Browsing Category
Biiznasii
Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 7 fi 574 irratti tarkaanfiin seeraa fi bulchiinsaa…
Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 7 fi 574 irratti tarkaanfiin seeraa fi bulchiinsaa fudhatamuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa…
Naannoon Kibbaa qabeenyaa damee albuudaarraa argatuu fooyyeessuu dandeessisuurratti marii…
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)-Ministeerri Albuudaa fi Inarjii naannoon Kibbaa qabeenya damee albuudaarra argatuu dhimmoota fooyyeessaan irratti magaalaa Hawaasaatti marii gaggeesseera.…
Magaalichatti Raabsitoota olola sobaan gatii Ashaboo dabalanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Raabsitoota Ashaboo kallaattiin dhiyeessan seeraan ala gatii dabalan 3 irratti tarkaanfiin fudhatame.
Qaamolee…
Liqaan Humna Elektirikii Ityoophiyaa birrii biiliyoonni dhibbi 1fi biiliyoonni 91.8 haqamuun gara…
Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Liqaan Humni Elektirikii Ityoophiyaa Baankii Daldalarraa fudhate % 50 yookaa birrii biiliyoonni dhibbi 1fi biiliyoonni 91.8 haqamuun gara Kaappitalaatti…
Baankiin Awaash fi Diiskavar Giloobaal Neetwark waliin hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) – Baankiin Awaashii fi dhaabbanniTajaalija Kaardii Diiskavar Giloobaal Neetwark teessoon isaa Ameerikaa ta'e waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.…
Qaala’iinsa gabaa zayitaa tasgabbeessuuf Zayitiin nyaataa gara biyya keessaa galaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) - Qaala’iinsa gabaa Zayitaa tasgabbeessuuf Zayitiin nyaataa gara biyya keessaa galaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.…
Ejansichi Baankii Bunnaa Internaashinaalii waliin hojjechuuf waliigale
Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- Eejansii Galmeessaa fi Mirkaneessaa Sanadootaa fi Baankiin Bunnaa Internaashinaalii waliin hojjechuuf waliigaltee sanadaa mallatteessaniiru.…
Qaala’insi gatii duula waraana diinagdee akka ta’e agarsiisftuun jir – Dooktar Tashoomaa Addunyaa
Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) - Wayita ammaa kana qaala’iinsi gatii omishaaleerratti muul’ataa jiru waraanaa diinagdee ta’uusaa agarsiiftuun jiraachuusaan tarkaanfii…
Ministeerichi galii Birrii biiliyoona dhibba 3 fi biiliyoona 60 walitti qabuuf karoorse
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii bara baajata 2014tti galii Birrii biiliyoona dhibba 3 fi biiliyoona 60 walitti qabuf karoorsu ibseera.
…
Magaalichatti baatii tokko keessatti galiin Birriin biiliyooni 5.8 ol walitti qabame
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatii Adooleessaa keessa galiin Birriin biiliyooni 5.8 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksiiseera.…