Browsing Category
Biiznasii
Komishinar Lalisee Namee miseensoota fooramii biiznasii Hindi waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Komishinarri Komishinii Invatsimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee miseensoota fooramii biiznasii Hindi waliin mari’ataniiru.
Turtii isaaniin invastaroota…
Daldalaa seeraan alaan Birrii biiliyoona 3.6 waliin dhahamuuf ture baraaruun danda’ame
Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) - Bara baajataa xumrame kanatti daldalaa seeraan alaan Birrii biiliyoona 3.6 waliin dhahamuuf ture baraaruun danda’amuu Komishiniin Gumurukaa…
Komishinichi Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 12 ol walitti qabuu beeksiise
Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Komishiniin Gumurukaa bara baajataa xumurame Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 12 fi miiliyoona dhibba 5 walitti qabuu beeksiiseera.
Komishinichi…
Gatiin gurgurtaa qinxaaboo Boba’aa baatii Hagayyaa haaluma baatii darbeen itti fufa jedhame
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC) –Boba'aa Xiyyaaraan ala gatiin gurgurtaa qinxaaboo Boba'aa baatii Hagayyaa haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii…
Qabeenyoota tajaajila hin laanneerraa galiin Birrii miiliyoonni 72 ol walitti qabame
Finfinnee, Adooleessa 30, 2013 (FBC)- Humni Elektirikaa Ityoophiyaa bara baajata 2013 qabeenyoota tajaajila hin laanneerraa galii Birrii miiliyoonni 72 ol walitti qabamuu biiroon bulchiinsa…
Sudaan Ityoophiyaan humna meeggaa waattii kuma 1 akka itti gurgurtuu gaafatte
Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Sudaan Ityoophiyaan humna meeggaa waattii kuma 1 akka itti gurgurtuu gaafaachuushee Humni Elektirikaa Ityoophiyaa ibseera.
Hojii gaggeessaan…
Invastimanti alaarra doolarri biiliyoonni 3.9 argame
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan Invastimantii alaarra doolaraa Ameerikaa biiliyoona 3.9 argachuu Komishiniin Invastimantii beeksise.
Ityoophiyaan bara baajata…
Baankiin Gadaa Adooleessa 29, 2013 hundeeffama jedhame
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Baankiin Gadaa Adooleessa 29, 2013 akka hundeeffamu Boordiin baankichaa ibseera.
Baankiin Gadaa mineensoota aksiyoonaa baankicha ta'aan namoota kuma…
Oomishaaleen Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 65tti tilmaamaman seeraan ala daddabarfamaa…
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Oomishaaleen Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 65tti tilmaamaman seeraan ala daddabarfamaa turan to’atamuu Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee…
Seera qabeessummaa fi sirrii ta’uu meeshalee safartuu madaalaa mirkaneessuuf hojii qulqulleessuu…
Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Seera qabeessummaa fi sirrii ta’uu meeshalee safartuu madaalaa mirkaneessuuf hojii qulqulleessuu hojjetameen galiin Birrii miiliyoonni 6 fi kumni…