Browsing Category
Biiznasii
Dooniin Ityoophiyaa 2ffaan fe’umsa meetirik toonii kuma 11 Buufata Barbaraatti buusaa jirti
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Dooniin Ityoophiyaa Shabalee jedhamtu Sukkaaraa fi Ruuzii meetirik toonii kuma 11 ol Buufata Barbaraatti buusaa jiraachuu Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba…
Manni Maree Naannoo Gaambeellaa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 4 raggaasiise
Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) – Yaa'iin idilee 12ffaa Mana Maree Naannoo Gaambeellaa gaggeeffamaa ture baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 4 raggaasiisuu fi murtoowwaan garaagaraa…
Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona 120 mallatteessan
Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 20 mallatteessaniiru.
Ministir Deettaan Ministeera…
Biiroon Galiiwwanii Finfinnee galii Birrii biiliyoona 42.4 walitti qabe
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Bara baajataa 2013’tti galii Birrii biiliyoona 42.4 walitti qabuu, Biiroon Galiiwwanni bulchinsa magaalaa Finfinnee beeksiseera.…
Bara baajataa kana galiin Birrii biiliyoonni 279 walitti qabame
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Bara baajataa kana galiin Birrii biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 79 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Bara kana…
Bara baajataa kana daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3.62 argame
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Bara baajataa kana daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 3.62 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.
Galiin…
Namni dhuunfaan Doolaara Ameerikaa kuma 30 ol seeraan ala daddabarsaa ture to’atame
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) - Namni dhuunfaan Doolaara Ameerikaa kuma 30 ol seeraan ala daddabarsaa ture to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Ityoophiyaa fi Baankiin Misooma Afrikaa waliigaltee deeggarsa Birrii biiliyoona 5.2 mallatteessan
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin Misooma Afrikaa waliigaltee deeggarsa Birrii biiliyoona 5.2 mallatteessaniiru.
Ityoophiyaa fi Baankiin Misooma…
Meeshaaleen seeraan alaa Birrii miiliyoona 50tti tilmaamamu too’atame
Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Torbee darbe keessa meeshaaleen Kontiroobaandaa seeraan alaa Birrii miiliyoona 50tti tilmaamamu too’atamuu ibsameera.
Meeshaaleen…
Oromiyaatti bara baajataa kana galiin Birriin biiliyoonni 36.175 walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Bara bajataa 2013 xumuramee keessaa naannoo Oromiyaatti galiin Birrii biliyoonni 36.175 walitti qabamuu ibsameera.
Galiin bara kanaa…