Browsing Category
Biiznasii
Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa galii Birrii biiliyoona 1.6 walitti qabe
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwan magaalaa Dirree Dawaa bara baajataa kana galii Birrii biiliyoona 1.6 ol walitti qabuu beeksiise.
Bara baajatichaa…
Qajeelfamni gabaa Siimiintoo too’achuuf ba’e har’aa eegalee ka’uu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) - Qajeelfamni gabaa Siimmintoo too’achuuf ba’e har’aa eegalee ka’uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.
Adeemsi bittaa fi…
Bara baajata 2013 oomishoota albuudaarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 6 ol argamu…
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Bara baajata 2013 oomishoota albuudaarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 6 fi miiliyoonni 81 argamu ibsameera.
Bara baajata xumurameetti…
Ityoophiyaa fi Xaaliyaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 58.8…
Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Xaaliyaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 58.8 mallateessaniiru.
Waligaltee deeggarsichaa Ministira…
Baankiin Daldala Ityoophiyaa bara kana Birrii biiliyoona 20 bu’aa argachuu beeksiise
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa bara baajataa 2013 Birrii biiliyoona 20 bu’aa argachuu beeksiiseera.
Preezdaantiin Baankichaa obbo Abbee Saannoo…
Magaalaa Guddattuu Dheeraatti meeshaaleen Kontiroobaandii too’atame
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Magaalaa Guddattuu Dheeraatti meeshaaleen Kontiroobaandii birrii miiliyoona 1.6 olitti tilmaamamu too’atamuu ibsameera.
Godina Arsii…
Barana Godina Jimmaatti dargaggoota kuma 60’f carraan hojii uumame
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC ) Godina Jimmaatti bara bajataa xumurametti dargaggoota kuma 60'f carraan hojii uumamuunisaa himame.
Godinichatti dargaggoota kuma 53f carraa hojii…
Qaala’insii gatii ji’a Waxabajji harka 24.5 daballi agarsiiseera
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC) Qaala'isii gatii ji'a Waxabajji baranaa, kana bara darbeen harka 24.5'n daballi agarsiiseera.
Gatiin nyaataa kan ji'a Waxabajji bara darbee yeroo…
Baankiin Awaash birrii biiliyoona 5.5 bu’aa argachuu beeksiise
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Baankiin Awaash bara baajataa kana Birrii biiliyoona 5.5 bu’aa argachuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Baankichaa obbo Tsahaay Shifarraawu ibsan.…
Sagantaan beekkamtii kaffaltoota gibiraa fi qooda fudhattoota galii walitti qabuu geggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa sirna beekkamtii kaffaltoota gibiraa fi sosochii kaffaltii gibiraa bara 2014 sadarkaa 'C' Adoolessa 11, 2013…