Browsing Category
Biiznasii
Baalli Sammuu adoochu kuntaalli 32 to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Godina giddugaleessa Goondar aanaa Taachi Admaacootti Baalli Sammuu adoochu Hashishiin kuntaalli 32 to'atannoo jala ooluu ibsame.
Buufata too'annoo…
Oomishaalee huccuu fi uffataaleerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 140 argame
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC) – Oomishaalee huccuu fi uffataalee gara biyyoota garaagaraatti ergamanirraa galiin sharafa alaa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 40 argamuu…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa bara kana Birrii biiliyoona 8.08 galii argachuu beeksiise
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa raawwii hojii bara 2020/2021 irratti miidiyaaleef ibsee kenneera.
Kuufamni Baankichaa barana Birrii biiliyoona…
Baatiwwan 11 darbanitti damee oomisha Abaaboo fi Fuduraarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 485 argame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Baatiwwan 11 darbanitti damee oomisha Abaaboo fi Fuduraarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 4 fi miiliyoonni 85 argamuu ibsameera.…
Namoonni Noottii Birrii sobaa abbaa dhibba lamaa 500 qabatanii argaman to’ataman
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Liddataatti namoonni dhuunfaan Noottii Birrii sobaa abbaa dhibba lamaa 500 qabatanii argaman to’atamuu ibsame.…
Paarkiin Indaastirii Hawaasaa oomishaale Doolaara miiliyoona 114 baasan gara alaatti erge
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Paarkiin Indaastirii Hawaasaa bara kana omishaalee Doolaara miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 14 baasan gara alaatti erguu beeksiseera.…
Ityoophiyaan tokkummaan diingandee fi tumsi naannawaa Baha Afrikaa akka cimu ni hojjetti- Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan tokkummaan diingandee fi tumsi naannawaa Baha Afrikaa akka cimu fedhii jabaa qabaachuu Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad…
Geejjibni baabura Ityoo-Jibuutii meeshaalee toonii miiliyoona 3 ol imalchiisuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC)- Geejjibni baabura Ityoo-Jibuutii meeshaalee toonii miiliyoona 3.4 imalchiisuu ibsameera.
Aksiyooniin Waldaa Tajaajila Geejjiba Baaburaa…
Ijaarsi Warshaa Oomisha Dhagaa Cilee 2ffaan Beenishaanguul Gumuuzitti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Ijaarsi Warshaa Oomisha Dhagaa Cilee 2ffaan naannoo Beenishaanguul Gumuuz magaalaa Asoosaatti eegalameera.
Preezdaantiin Naannoo Beenishaanguul…
Baatii Caamsaa daldala alaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 419 argame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Baatii Caamsaa daldala alaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 4 fi miiliyoonni 19 argamuu ibsame.
Baatii Caamsaa daldala alaarraa…