Browsing Category
Biiznasii
Baatiwwan 11n darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 259 ol walitti qabame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC) - Baatiwwan 11n darbanitti galiin Birriin biiliyoonni dhibbin2 fi biiliyoonni 59 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.
Bara baajataa…
Biirichi hojjettoota bu’aa gaarii galmeessaniif beekkamtii laate
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Biirioon Galiiwwanii magaalaa Finfinnee hojjettoota raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif beekkamtii laateera.
Magaalichaatti baatiwwan…
Baatiwwan 11 darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.1 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) - Baatiwwan 11 darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.1 olitti tilmaamamu to’atamuu Ministeerri galiiwwanii beeksiise.…
Ministeerri Galiiwwanii adeemsa galii sassaabuu irratti baankoota dhuunfaa shan waliin waliigaltee…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii adeemsa galii sassaabuu irratti baankoota dhuunfaa shan waliin waliigaltee mallatesseera.
Sirni galii sassaabuu karaa…
Jilli Dhaabbata Booying Komishinar Lalisee Namee waliin mari’ate
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) – Jilli Dhaabbata Idil addunyaa Booying Komishinara Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee waliin mari’ateera.
Giddugala Bahaa,…
Warshaan Zayitaa ‘W.A’ har’a ni eebbifama
Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) –Magaalaa Dabra Maarqoositti Warshaan Zayitii ‘W.A’ baasii Birrii biiliyoons 5.2 ijaarrame har’a ni eebbifama.
Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra…
Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa baatii itti aanu haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa kan Xiyyaaraan ala Caamsaa 28 hanga Waxabajjii 28, 2013tti haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu…
Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 250 mallatteessan
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona dhibba 2fi miiliyoona 50 mallatteessaniiru.
Maallaqichi…
Gatiin oomishaalee nyaataa addunyaarraatti waggoota 10 as daballii olaanaa agarsiise
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Sagantaa Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa gatiin oomishaalee nyaataa addunyaarraatti waggoota 10 as daballii olaanaa agarsiisuu…
Baatiwwan kurnan darbanitti Warqeerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 505 argame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Baatiwwan kurnan darbanitti Oomisha Warqee Kiiloo Giraama kuma 6 fi 785 gabaaf dhiyaaterraa galiin Doolaarri miiliyoonni Dhibbi 5 fi miiliyoonni 5 ol…