Browsing Category
Biiznasii
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 29 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 23, 2013 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii al ergii fi alaa galu Birrii miiliyoona 29 olitti tilmaamaman to’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.…
Wagggaa tokko keessaatti warshaan oomisha Dhagaa Cilee ijaarramee xummuramuufi – Injiinar…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC) - Wagggaa tokko keessaatti warshaan oomisha Dhagaa Cilee ijaarramee xummuramuufi ta'uu Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba'aa Injiinar Taakkalaa Uumaan…
Ityoophiyaatti dhaabbilee Maallaqaa naannoo Baadiyaaf kan oolu deeggarsi Yuuroo miiliyoona 26.5…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Fandiin Misooma Qonnaa Idila Addunyaa fi Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaatti dhaabbilee Maallaqaa naannoo Baadiyaaf kan oolu deeggarsi Yuuroo miiliyoona…
Buufata Gogaa fi Tarminaala Mojoo gidduugala Loojastiiksii taasiisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Buufata Gogaa fi Tarminaala Mojoo gidduugala Loojastiikii taasiisuuf hojjetamaa jiraachuu Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galaanaa fi…
Dorgomtoota dorgommii daldalaa fi kalaqaan moo’atan 20f badhaasni laatame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Dorgomtoota dorgommii daldalaa fi kalaqaan marsaa duraan moo’atan 20f badhaasni maallaqaa laatameera.
Dorgommiin yaada daldalaa fi…
Proojektiin Interpiranarshiipii misooma dubartootaa 2ffaan ifoome
Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Interpiranarshiipiin misooma dubartootaa marsaa 2ffaa Proojektiin boqonnaa 2ffaa har’a bakka Preezdaant Saahilawarq Zawdeen argamanitti ifoomeera.…
Baankiin Awaash dhaabbilee garaagaraaf deeggarsa Birrii miiliyoona 17.9 taasiise
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Baankiin Awaash dhaabbilee garaagaraaf deeggarsa Birrii miiliyoona 17.9 taasiisuu beeksiise.
Baankichi dirqama hawaasummaa isaa ba’uuf sagantaa…
Baatiwwan kurnan darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.8tti tilmaamaman…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Baatiwwan kurnan darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.8 olitti tilmaamaman to’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiisee.…
Baatiwwan kurnan darbanitti warqee alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 553 ol argamuu…
Finfinnee, Caamsaa 10, 2013(FBC) - Baatiwwan kurnan darbanitti oomisha warqee alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miiliyoonni 53 ol argamuu Ministeerri Boba’aa fi…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 69 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) – Eebila 28 hanga Caamsaa 6,2013tti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 69 fi kuma dhibba 2 fi kuma 15tti tilmaamamu to’atameera.…