Browsing Category
Biiznasii
Baatiiwwan kurnan darbanitti damee Albuudaarra galiin doolaarri miiliyoonni dhibba 3 ol argame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Baatiiwwan kurnan darbanitti damee Albuudaarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 13 argameera.
Baatiiwwan darban damee…
Balfa gogaa deebisanii fayyadamuun galiin Birrii miiliyoonni dhibbi 4 fi 32 ol argame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) – Balfa gogaa deebisanii fayyadamuun galiin Birrii miiliyoonni dhibbi 4 fi 32 ol argamuu Ejansiin Bulchiinsa Balfa Gogaa Magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Sirna gabaa Albuudaa Ityoophiyaa ammayyeessuuf sanadni walii galtee mallattaa’e
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti sirna gabaa Albuudaa ammayyeessuuf kan dandeessisu Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa fi Oomishni Gabaa Ityoophiyaa sanada walii galtee…
Bara 2010 eegalee hojiileen damee Faayinaansiin hojjetaman bu’aa gaarii galmeessaniiru – Dooktar…
Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Bara 2010 eegalee hojiileen damee Faayinaansiin hojjetaman bu’aa gaarii galmeessisuu Muummeen Mimistiraa FDRI –Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Bara…
Baatii Caamsaa gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa haaluma duraan itti fufa – Ministeericha
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa baatii Eebilaa keessa ture Baatii Caamsaas akka itti fufu murtaa’uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii…
Magaalaa Beddelleetti Bunni Kuntaalli 932 Seeraan Alaa Mana nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture…
Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Beddelleetti Bunni Kuntaalli 932 Seeraan Alaa Mana jireenyaa nama dhuunfaa keessatti kuufamee ture to’atamuu Waajjirri…
Baankiin Daldala Ityoophiyaa baatiwwan salgan darbanitti Birrii biiliyoona 13.4 bu’aa argachuu…
Finfinnee, Eebila 20, 2013 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa baatiwwan salgan darbanitti Birrii biiliyoona 13.4 bu’aa argachuu beeksiseera.
Baankichi raawwii hojii baatiwwan…
Jijjiirraa noottii Birrii bu’aa qabeessa ta’e taasiisuu Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksise
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Jijjiirraa noottii Birrii bu’aa qabeessa ta’e raawwachuu Baankiin Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiseera.
Baankichi jijjiirraan noottii Birrii karaa…
Baatiwwaan salgan darbanitti Birrii Biiliyoonni 212.4 walitti qabame – Ministeera Galiiwwanii
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC) - Baatiwwaan salgan darbanitti Birrii Biiliyoonni dhibbi 2 fi biiliyoonni 12 miiliyoonni dhibbi 4 galiin walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii.…
Gabaan Oomisha Ityoophiyaa dameesaa 24ffaa Miizaan Amaanitti bane
Finfinnee, Eebila 19, 2013 (FBC)- Gabaan Oomisha Ityoophiyaa dameesaa 24ffaa Miizaan Amaanitti baneera.
Damicha sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti hogganaan Biiroo qonnaa saba fi…