Browsing Category
Biiznasii
Hiriirawwan naannoo Buufata Boba’aatti muul’atu furuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) – Hiriirawwan naannoo Buufata Boba’aatti muul’atu furuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame.
Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii hiriirawwan naannoo Buufata…
Baatii darbe oomisha Bunaa alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 7…
Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) - Baatii darbe oomisha Bunaa alatti ergamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 7 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shayii…
Boba’aan hammaan hedduu ta’e Jibuutii gara Ityoophiyaa seenaa jira – Ministeera…
Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) -- Boba'aan hammaan hedduu ta'e Jibuutii gara Ityoophiyaa seenaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.
Boba'aan liitirri miiliyoonni 2.5…
Fooramiin bizinasii Ityoophiyaa fi Yuukreen gaggeeffame
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Fooramiin bizinasii Ityoophiyaa fi Yuukreen viidiyoo konfiraansiin gaggeeffameera.
Jarmaanii fi Yuukreenitti ambaasaaddarri]i guutuun Ityoophiyaa Muluu…
Magaalaa Sulultaatti Simminitoon seeraan ala gurguramaa ture to’atame
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti Simmintoon Seeraan ala gurguramaa ture kuntaalli 627 to'atamuu ibsameera.
Simmintoonni gatii eyyamameen ala,…
Baatii Bitootessaa 2013 daballiin gatii % 20.6 galmaa’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Baatii Bitootessaa bara 2013 daballiin gatii % 20.6 galmaa’uu Ejansiin Istaatistiiksii Giddugaleessaa beeksiise.
Qaala’iinsi gatii kun…
Jilli obbo Malaakuu Allebaliin durfamu naannoo Indaastirii salphaa Huuwaajaayaan daawwate
Finfinnee, Bitootessa 23, 2013 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Daldaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allebaliin durfamu naannoo Indaastirii salphaa Huuwaajaayaan daawwateera.…
Baatiwwan saddeettan darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii birrii biiliyoona 2.2tti tilmaamu…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Baatiwwan saddeettan darbanitti meeshaaleen kontiroobaandii al ergii fi alaa galu Birrii biiliyoona 2.2tti tilmaamu to’atamuu Komishiniin…
Baatiwwan saddeettaan darbanitti daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2.1 argame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Bara baajataa 2013 baatiwwan saddeettan darbanitti daldala alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 2.1 argamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Magaalaa Finfinneetti Simmintoo kuntaalli kumni 50 birrii 377 gadiin akka gurguramu murtaa’e
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Gama Hojiilee daldalaa Ityoophiyaan kan dhiyaate Simmintoo kuntaalli kumni 50 birrii 377 gadiin magalaa Finfinneetti akka gurguramu murtaa’uu…