Browsing Category
Biiznasii
Raabsi oomisha Simmintoo fooyya’aa dhufeera – Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 (FBC) – Raabsi oomisha Simmintoo fooyya’aa dhufuu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Dhiyeessiin oomisha Simmintoo Fooyya’aa…
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Birrii miiliyoona 200 boondii bite
Finfinnee, Bitootessa 14, 2013 ( FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaaf bittaa boondii Birrii miiliyoona 200 raawwateera.
Baankichi bitticha kan…
Warshaan Simmintoo Masaboo oomisha gabaaf dhiyeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) – Sababa duula olaantummaa seeraa naannoo Tigraayitti gaggeeffeen baatiwwan arfan darban hojii dhaabee kan ture Warshaan Simmintoo Masaboo oomisha gabaaf…
Baankiin Misooma Ityoophiyaa Intarpiraayzoota xixiqqaa fi giddugaleessaa deeggaruuf Birrii…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Baankiin Misooma Ityoophiyaa Intarpiraayzoota xixiqqaa fi giddugaleessaa deeggaruuf Birrii biiliyoona 8.6 ramaduu beeksiise.
Leenjiin…
Baatiwwan 8n darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.2 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Baatiwwan 8n darbanitti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.2 olitti tilmaamamu to’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiseera.…
Baankiin Intarnaashinaalii Oromiyaa fi Komiishiniin Tuurizimii Oromiyaa waliigaltee hojii…
Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) - Baankiin Intarnaashinaalii Oromiyaa fi Komiishiniin Tuurizimii Oromiyaa waliigaltee hojii waliin hojjechuu mallatteessaniiru.
Itti…
Tuuriizim Ityoophiyaa fi Feesbuukiin sagantaa gurgurtaa diijitaalaa eegalchiisan
Finfinnee, Bitootessa 9, 2013 (FBC) – Tuuriizim Ityoophiyaa fi Feesbuukiin dameen Tuuriizimii weerara vaayrasii koroonaarraa dandamachiisuuf sagantaa gurgurtaa diijitaalaa ifatti…
Hanqinni dhiyeessii Simmintoo fi Sibiilaa hojiilee ijaarsarratti dhiibbaa uumaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2013 (FBC) - Hanqinni dhiyeessii Simmintoo fi Sibiilaa hojiilee ijaarsarratti dhiibbaa uumaa jiraachuu Waldaan Dhaabbilee Hojii ijaarsaa ibse.…
Baatii Gurraandhalaa galiin Birriin biiliyoonni 21 fi miilyoonni dhibbi 9 ol walitti qabame
Finfinnee, Bitootessa7, 2013 (FBC) - Baatii Gurraandhalaa galiin Birriin biiliyoonni 21 fi miilyoonni dhibbi 9 ol walitti qabuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.…
Sadarkaa Finfinneetti waldaan Eeggumsa mirga Shamattootaa hundaa’e
Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Sadarkaa Finfinneetti waldaan Eeggumsa mirga Shamattootaa ifatti hundaa’uu Biiroon Daldalaa magaalichaa beeksiseera.
Hundaa’uun waldichaa…