Browsing Category
Biiznasii
Hojiin babal’isa warshaa Zayita nyaataa Shamuu xummuramuun guyyaan Zayita toonii 950 oomishuu…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC) – Hojiin babal'isa warshaa Zayita nyaataa Shamuu birrii biiliyoona 1.6 hojjetamaa ture xummuramuun guyyaan Zayita toonii 950 oomishuu eegaluu ibsame.…
Oomishaaleen Doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 10 ol baasaan gara biyya alaatti…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Oomishaaleen doolaara Ameerikaa miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 10 ol baasaan gara biyya alaatti ergamuu Koorporeshiniin Misooma…
Magaalaa Finfinneetti dhaabbilee daldalaa seera daldalaa cabsanirratti tarkaanfiin seeraa fi…
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti qaala'iinsa gabaa tasgabbeessuuf dhaabbilee daldalaa seera daldalaa cabsanirratti tarkaanfiin seeraa fi bulchiinsaa fudhatamaa…
Sagantaan abbootii carraa marsaa 21ffaa ‘fudhadhaa, jijjiirradhaa, badhaafamaa’ gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC)- Baankii Daldalaa Ityoophiyaa sagantaa abbootii carraa marsaa 21ffaa ‘fudhadhaa, jijjiirradhaa, badhaafamaa’ gaggeeffameera.
Sagantichi bulchiinsa…
Boruu eegalee hojiirra kan oolu gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomisha boba’aa qophaa’uu…
Finfinnee, Gurraandhala 26,2013 (FBC) - Boruu eegalee hojiirra kan oolu gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomisha boba'aa qophaa'uu Ministeerri Daldalaa beeksiise.
Ministeerichi ibsa Faanaa…
Gabaa tasgabbeessuuf dhaabbileen idil addunyaa oomisha isaanii dhaabilee misoomaa mootummaaf…
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2013 (FBC) - Mootummaan gabaa tasgabbeessuuf dhaabbileen idil addunyaa oomisha isaanii dhaabilee misoomaa mootummaaf dhiyeessuun akka raabsamu taasiifamuuf ta'uu…
Baatiwwan 6 darbanitti galii mootummaan seeraan ala dhabuuf ture Birrii biiliyoona 19 ol baraaruun…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Baatiwwan 6 darbanitti hojii Kontiroobaandii ittisuu hojjetameen galii mootummaan seeraan ala dhabuuf ture Birrii biiliyoona 19 ol…
Magaalichaatti daldaltoota sababa malee daballii gatii taasiisan irratti tarkaanfiin fudhatamu cimee…
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daldaltoota sababa malee daballii gatii taasiisan irratti tarkaanfiin fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Biiroon Daldalaa…
Baatiwwaan 7 darbanitti Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.8 argamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) - Baatiwwaan 7 darbanitti Daldala Alaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.8 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.
Oomisha…
Dooktar Iyoob Takkaaliny Ityoophiyaatti filannoowwan ivastimantiirratti dhaabbilee Faransaayiif ibsa…
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)-Ministir deettaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyoob Takkaaliny Ityoophiyaatti filannoowwan ivastimantii jirurratti dhaabbilee Faransaayiif ibsa…