Browsing Category
Biiznasii
Abbaan Taaytichaa baatiwwan 6 keessaatti galii Birrii miiliyoona dhibba 6 ol walitti qabe
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)-Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo magaalaa Finfinnee baatiwwan 6 keessaatti galii Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 22 walitti…
Bara bajaatichaatti baatiwwan 6 keessaatti daldala alaarra galiin doolaarri biiliyoonni 1.5 argame
Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC)- Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii bara baajatichaatti walakka waggaatin daldala alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 1.5 argamuu beeksise.…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa sagantaa badhaasa jijjiirraa sharafa alaa marsaa 5ffaan maamiltoota…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa sagantaa badhaasa jijjiirraa sharafa alaa marsaa 5ffaan maamiltoota carraan ba’eef badhaaseera.
Carraa…
Baatiwwan 6 darbanitti Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 43 liqii fi deeggarsaan biyyaa…
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Baatiwwan 6 darbanitti Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 43 liqaa fi deeggarsii alaa biyyaa keessaa galanii fi gara fula duratti galan argamuu…
Warshaan Zayita nyaataa guyyaatti liitira miiliyoona 1.5 oomishu Dalbata dhufu ni eebbifama
Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Godina Goojjama magaalaa Bureetti Warshaan Zayita nyaataa guyyaatti liitira miiliyoona 1.5 ol oomishu Dalbata dhufu ni eebbifama.
Warshichi…
Waltajjiin marii haala mijataa Invastimantii Ityoophiyaa addunyaatti beeksisu ifatti eegalame
Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Duula Riiyiziing Ityoophiyaa jedhuun carraa Invastimantii Ityoophiyaa addunyaatti beeksisuuf waltajjii Intarneetiin gaggeeffamu Komishinarri Komishinii…
Ministeerichi baatiwwan jahaan darbanitti birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 49 ol galii…
Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii baatiwwan jahaan darbanitti Birrii biiliyoona dhibba 1 fi biiliyoona 49 fi miiliyoona dhibba 2 ol galii walitti qabuu beeksise.…
Biirichi galii Birrii biiliyoona 22 ol walitti qabe
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Biiroon Galiiwwan magaalaa Finfinnee galii Birrii biilyoona 22 fi miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 47 walitti qabuu beeksise.
Biirichi raawwii…
Korporeeshinich walakkaa waggaatti Doolaara miiliyoona dhibba 1 ol sharafa alaa argachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Korporeeshiiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii baatiwwan 6n darbanitti Doolaara miiliyoona dhibba 1 ol sharafa alaa argachuu beeksise.…
Dhaabbileen Ityoophiyaa bu’aa kalloo fi uffataarratti bobba’an Warshaa guddaa Sudaanitti argamu…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Dhaabbileen Ityoophiyaa bu’aa kalloo fi uffataarratti bobba’an Warshaa guddaa Uffataalee Sudaanitti argamu daawwachuu isaanii ibsame.…