Browsing Category
Biiznasii
Interpiraayiziin Daandiwwan Kaffaltii Ityoophiyaa baatiwwan 6 darbanitti birrii miiliyoona dhibba 1…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Interpiraaziin Daandiwwan Kaffaltii Ityoophiyaa birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 93 ol galii walitti qabuu beeksiseera.
Daandiin Saffisaa…
Jilli abbootii qabeenyaa Saa’ud Arabiyaa Jigjigaa gale
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Jilli abbaa qabeenyaa Saa’ud Arabiyaa Sheehi Hamzaan durfamu magaalaa Jigjigaa galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa Wiil Waal Garaad ga’u…
Oomisha Boba’aarratti sirreeffamni gatii taasiifame
Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) - Gurgurtaa qinxaaboo oomisha Boba'aarratti sirreeffamni gatii taasiifamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
Akka EBCn gabaaseetti bu'aan…
Noottii Birrii barreeffamni irratti barreeffam hin fuudhinaa jedhame jechuun odeeffannoon tatamsa’aa…
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Odeeffannoon nootti birrii barreeffamni irratti barreefame hin fuudhinaa jedhame jechuun tatamsa’a jiru odeeffannoo sobaa ta’uu Baankiin Biyyaalessa…
Baankichi sagantaa ‘qusadhaa, jijjiirradhaa, badhaafamaatin’ badhaasoota abbootii carraan ba’eef…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Baankiin Internaashinaalii Oromiyaa marsaa 2ffaaf sagantaa ‘qusadhaa, jijjiirradhaa, badhaafamaatiin’ badhaasoota abbootii carraan ba’eef laateera.…
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa marsaa 9ffaaf carraa badhaafamtoota ifoomse
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa '' Sagantaa Qusadhaa Badhaafamaa'' marsaa 9ffaan meshaalee garagaraa badhafamtoota carraan ga’eef laatera.
Carrichi galma…
Intarpiraayziin daandiwwan kaffaltii Ityoophiyaa galii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 57…
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC)- Intarpiraayziin daandiwwan kaffaltii Ityoophiyaa galii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 57 ol walitti qabuu beeksisee.
Intarpiraayzichi fedhii…
Eeyyamni raabsitoota Simiintoo 18 haqame
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Raabsitoonni Simintoo qajeelfama mootummaan baaseen ala gatii dabaluun gurgurtaa raawwatan 18 eeyyaamni isaanii haqamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Baatiwwan shanan darbaniitti daldalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 1.33 argamuu…
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Baatiwwan shanan darbaniitti daldalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 1.33 argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii ibseera.…
Magaalaa Finfinnee baatii Sadaasa darbe galiin Birrii biiliyoona 2.83 walitti qabame
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) – Biiroon Galiiwwan magaalaa Finfinnee baatii Sadaasa darbe galii Birrii biiliyoona 2.83 walitti qabu beeksise.
Biirichi baatii Adooleessa 1,…