Browsing Category
Biiznasii
Naqamteetti agarsiifni baazaarii fi Igizibiishinii oomisha qonnaa fi bu’aawwan qonnaa eegale
Finfinnee, Muddee 8, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti agarsiifni baazaarii fi igizibiishinii oomisha qonnaa fi bu'aawwan qonnaa eegaleera.
Agarsiifni kun hanga Muddee 11, 2013…
Baatiiwwan 5 darbanitti damee albuudarra galiin doolaarri miiliyoonni dhibbi 3 ol argamu ibsame
Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC)- Baatiiwwan 5 darban keessaatti damee albuudarra galiin doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 2 argamu Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa…
Baatii Sadaasa galiin Birriin biiliyoonni 19.2 ol walitti qabame
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Baatii Sadaasa keessa galiin Birrii Biiliyoonni 19.2 ol sassaabuu Ministeerii Galiiwwaanii beeksise.
Ministeerich Birrii biiliyoona 9 fi miiliyoona…
Baatii kana keessa boba’a Xiyyaaraan ala gatiin qinxaaboo oomisha boba’aa haaluma duraan itti fufa…
Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Baatii Muddee keessa boba’a Xiyyaaraan ala gatiin qinxaaboo oomisha boba’aa biroo haaluma duraan akka itti fufa murtaa’uu ibsame.
Muddee 2, 2013 hanga…
Birrii moofaadhaan bituu fi gurguruun dhaabbatera
Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Birrii moofaadhaan bituu fi gurguruun har’arra kasee dhaabbateera.
Jijjiirraan Birrii haaraa baatii Muddee 6, 2013 irraa eegale akka xumuramu Baankiin…
Tattaaffii qaal’iinsa gatii ittisuuf taasiifamu qaamoleen dhimmi ilaallatu deeggaruu qabu –…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Tattaaffii qaala’iinsa gatii ittisuuf taasiifamu shamattoonnni fi hawaasni daldalaa deeggaruu akka qaban Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii…
Dhaabbilee daldalaa seera cabsan kuma 1 fi 973 irratti tarkaanfiin fudhatame – Biiroo Daldalaa…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Dhaabbilee daldalaa seera daldalaa cabsan kuma 1 fi 973 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksise.
…
Jijjiirraan noottii Muddee 6 xumurama-Baankii Biyyooleessa
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Jijjiirraan Birrii moofaa Muddee 6, 2013 akka xumuramu Baankiin Biyyooleessaa beeksise.
Baatii Fulbaana 6, 2013 irraa eegalee Birrii moofaan gara…
Baatiwwan arfan darbanitti warqeerra galii fooyya’aan argame – Injinaar Taakkalaa
Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injinaar Taakkalaa Uumaa baatiwwan arfan darbanitti warqeerra galii fooyya’aan argamuu ibsan.
Injinaar…
Baatiwwan arfan darbaniitti galiin Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 7 ol argame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) –Bara baajaataa 2013 baatii Adooleessaa eegalee hanga Onkololeessaa 30tti galiin Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 7 fi miiliyoonni dhiibbi 6 fi…