Browsing Category
Biiznasii
Baatiwwan sadan darbanitti daldala alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 8 fi…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) – Bara baajataa kanatti baatiwwan sadan darbanitti daldala alaarraa galiin Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 87 argamuu…
Baatii Onkololeessaa daballiin gatii waliigalaa kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) – Baatii Onkololeessaa daballiin gatii waliigalaa kan bara darbee yeroo walfakkaatuun yoo madaallame %19.3 ol ka’uu Ejansiin Istaastiksii…
Magaalaa Finfinneetti daldaltoota haala yeroo sababeeffachuun daballii gatii taasiisanirratti…
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) –Daldaltoota haala yeroo sababeeffachuun meeshaalee fi tajaalilrratti daballi gatii taasiisanirratti tarkaanfiin kan fudhatu ta’uu Biiroon Daldalaa…
Meeshaaleen Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 25.9 olitti tilmaamamu too’atame
Finfinnee, Onkokoleessa 26,2013 (FBC) – Meeshaaleen Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 25.9 olitti tilmaamamu Waajjira Gumruukaa damee Awaashatti too’atame.
Naannoo Afaar…
Kurmaana jalqabaatti damee daldalaa alaarra karoorri % 95 milka’eera
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) – Bara baajatichaatti kurmaana jalqabaatin daldala alarraa karoorri % 95 galmaa ga’uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
Manisteerichi…
Kurmaana jalqabaatti damee huuccuurraa Doolaarri miiliyoona 40 argame
Finfinnee, Onkololeessaa 13, 2013 (FBC) - Kurmaana jalqaba waggaatti damee huuccuurraa Doolaarri miiliyoona 40 argamu Instiitiyuutiin Misooma Indaastirii Huuccuu Ityoophiyaa beeksise.…
Baatiwwan sadan darbanitti Birriin biiliyoonni 55 liqaan kenname – Baankii Biyyaalessaa
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) – Baatiwwan sadan darbanitti Birriin biiliyoonni 55 liqaan kennamuu Baankiin Biyyaalessaa beeksise.
Birrii liqaan kenname keessaa %85…
Yeroon jijjiirraa noottii Birrii haaraa kuma dhibba 1 hanga miiliyoona 1.5 xumuramuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) - Yeroon jijjiirraa noottii Birrii haaraa kuma dhibba 1 hanga miiliyoona 1.5 xumuramuu Baankiin Biyyaalessaa beeksise.
Yeroon…
Carraan Baankii Daldala Ityoophiyaatti sharafadhaa, fudhadhaa, badhaafamaa jedhu ba’e
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) –Carraan marsaa 20ffaa Baankii Daldala Ityoophiyaatti sharafadhaa, fudhadhaa, badhaafamaa jedhu har'a galma lootarii biyyaalessaatti ba’e.…
Ityoophiyaatti dhaabbanni Zayita 4 yaalii oomishaa eegale
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti dhaabbanni Zayita 4 yaalii oomishaa eegale.
Ityoophiyaatti dhaabbanni Zayita 4 yaalii oomishaa eegaluu Ministeerri Daldalaa fi…