Browsing Category
Biiznasii
Kurmaana xumurame meeshaaleeen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 20 olitti…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Baatii sadan darbanitti meeshaaleeen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 20 olitti tilmaamamu too’atamuu Ministeerri…
Damee albuudaan waggoota kurnaan dhufan keessatti invastimaantii kallaattiin alaa 500 hawwachuuf…
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (FBC) - Damee albuudaan waggoota kurnaan dhufan keessatti invastimaantii kallaattiin alaa 500 hawwachuuf karoorsuun ibsame.
Waggoota kurnaan dhufanitti…
Qorannoo misooma Albuudaa fi Boba’aa Ityoophiyaa ammayyeessuun barbaachisaadha – Injiinar Taakkalee…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Qorannoo misooma Albuudaa fi Boba’aa Ityoophiyaa bifa haaraan ammayyeessuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injiinar…
Abbootii qabeenyaa amanumummaadhan taaksii fi gibira kaffalaa turaniif beekamtiin laatame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) –Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa abbootii qabeenyaa amanumummaadhan taaksii fi gibira kaffalaa turaniif beekamtii laatera.
Kaffaltoonni beekamtin…
Buusaa Gonofaa dorgommii Maaykiroo Faaynaansii Awrooppaa Doolaara kuma dhibba 1 fi kuma 18f…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Buusaa Gonofaa dorgommii Maaykiroo Faaynaansii Awrooppaa Doolaara kuma dhibba 1 fi kuma 18f kaadhimame.
Buusaa Gonofaa, Baankiin Muktiinaat Biikaas…
Weerara vaayrasii koroonaa booddee gabaan damee manuufakchariingiif akka carraa gaarii tokkootti ni…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Weerara vaayrasii koroonaa booddee gabaan damee manuufakchariingiif akka carraa gaarii tokkootti lakka’amuu akka danda’u Ministeerri Daldalaa fi…
Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa oomisha aanniirraa fayyadamaa akka hin jiraatin ibsan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Jiraattonni godina Shawaa Kaabaa oomisha aanniirraa fayyadamaa hin jirru jedhan.
Walitti hidhamiinsi gabaa aannanii nuuf uumamuu dhabuu isaatin,…
Manni Maree Carraa Hojii Uumuu Finfinnee raawwii bara 2012 fi kallattii bara 2013 irratti…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Manni Maree Carraa Hojii Uumuu Finfinnee raawwii bara 2012 fi kallattii bara 2013 irratti mari'ate.
Waltajjicharratti itti aantuun…
Maashinoonni qonnaa ammayyaa’oo 390 qonnaan bultootaf dabarfaman
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Maashinoonni qonnaa ammayyaa'oo 390 qonnaan bultootaf dabarfaman.
Guyyaa har’aa magaalaa Shaashamanneetti traaktaroonni 310, maashinoonni…
Hojiin misooma boqqoolloo kilaastaraa godinaalee addaddaa daawwatamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC) – Hojiin misooma boqqoolloo kilaastaraa godinaalee addaddaa daawwatamaa jira.
Jilli Biiroo Qonnaa Oromiyaatin duurfamu oomisha boqqoolloo…