Browsing Category
Biiznasii
Keeniyaan misooma Tuurizimirratti Ityoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Keeniyaan misooma Tuurizimirratti Ityoophiyaa waliin hojjechuuf fedhii qabaachuu Keeniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksise
Ityoophiyaa…
Daandichi gitasaa Afrikaa Kibbaatif xiyyaarotaa fi balaliistota dhiyeessuu, tajaajila suphaa…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa, Daandii Qilleensaa Afrikaa Kibbaatif xiyyaarotaa fi balaliistota dhiyeessuu, tajaajila suphaa laachuuf qophii ta'uusaa…
Jijjiirraan Birrii moofaa gara Noottii haaraatti raawwachuu Onkolooleessa 6, 2013 xumurama
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Jijjiirraan Birrii moofaa gara Noottii haaraatti raawwachuu Onkolooleessa 6, 2013 xumurama.
Birrii moofaan, Nootii haaraan akka…
Jijjiirraan noottii haara erga eegalee Birriin biiliyoonni 14 baankiitti galuu ta’u ibsame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti jijjiirraan noottii haara erga eegalee Birriin biiliyoonni 14 baankiitti galii ta’uu Baankiin Biyyoolessaa beeksise.
Jijjiirraa noottii…
Baankiin Daashan proojaktii maaddii biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasise
Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Baankiin Daashan proojaktii maaddii biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasiseera.
Baankichi waamicha muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Jijjiirrama Oomisha Gabaa Ityoophiyaarratti qooda fudhattoota waliin mari’atamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Jijjiirrama Oomisha Gabaa Ityoophiyaarratti qooda fudhattoota waliin mari’atamaa jira.
Marichi qooda fudhattoota damichaa kan hirmaachise ta’uun…
Guyyaatti giddugaleessaan herreegni baankii haaraan kuma 16 ol banamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)-Jijjiirraa noottii waliin walqabatee guyyaatti giddugaleessaan herreegni baankii haaraan kumni 16 fi 700 banamaa jiraachuu Baankiin Daldala Ityoophiyaa…
Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa misooma diinagdeerratti mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa misooma diinagdeerratti mari’atan.
Ministirri Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allabal jila Baankii…
Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa guddina damee qonnaaf waliigaltee deeggarsa doolaara miiliyoona 80…
Finfinnee, Fulbaana 14, 2013 (FCB)- Ityoophiyaa fi Baankiin Addunyaa guddina damee qonnaa Ityoophiyaa tumsuuf waliigaltee deeggarsa doolaara Ameerikaa miiliyoona 80 mallateessaniiru.…
Gabaa buna Ityoophiyaarrratti weerarri vaayrasii koroonaa dhiibbaan qaqqabsiisu danda’uu dandamachuu…
Finfinnee Fulbaana 13, 2013 (FBC)- Gabaa buna Ityoophiyaarrratti weerarri vaayrasii koroonaa dhiibbaan qaqqabsiisu danda’uu dandamachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa beeksise.…