Browsing Category
Biiznasii
Naannoo Gambeellaatti waliigalteen oomisha qurxummii hanga toonii kuma 17 oomishuu dandeesisu…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti waliigalteen oomisha qurxummii hanga toonii kuma 17 oomishuu dandeesisu mallattaa’e.
Proojaktiin oomisha qurxummii naannoo…
Bunaa, Shayii fi Mi’eessituurraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 70…
12 , 2013 (FBC) - Bara baajataa darbetti oomishaalee Bunaa, Shayii fi Mi'eessituurraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 70 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shayii…
Ityoophiyaan Birrii 10, 50 fi 100 geeddaruufi
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan maallaqa; Birrii 10, 50 fi 100 guutummaan geeddaruufi.
Gosootiin Birrii kanneenis gabaarra kan oolan ta'uun ibsameera.…
Baankoonni daldalaa liqii dhiyeessan %5 qabeenya socha’aaf qabsiisuun akka liqeessan qajeelfamni…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) - Baankoonni daldalaa Ityoophiyaa liqii dhiyeessan keessa % 5 qabeenya socha’aa qabsiisuun akka liqeessan qajeelfamni ajaju ba’uu Baankii Biyyaalessa…
Magaalichatti sababa Ayyaanaan daballiin gatii akka hin muuddanne hojjetamaa jira
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti sababa Ayyaana bara haaraan daballiin gatii akka hin muuddanne hojjetamaa jiraachuu Biirron Daldalaa magaalichaa beeksise.…
Baankichi gurgurtaa tikkeettii Xiyyaaraa elektirooniksiin eegale
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa gurgurtaa tikkeettii Xiyyaaraa elektirooniksiin eegaluu beeksiseera.
Baankiin Daldala Ityoophiyaa, dhaabbata…
Eeyyama daldalaa seera qabeessa daheeffachuun taaksii fi qaraxni waliin dhahamuuf ture miiliyooni…
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Eeyyama daldalaa seera qabeessa daheeffachuun taaksii fi qaraxni waliin dhahamuuf ture miiliyooni 4.4 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Sukkaarri kuntaalli miiliyoonni 2 alaa galuurratti argama
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hanqinni Sukkaaraa akka hin mudanneef Sukkaarri kuntaalli miiliyoonni 2 bitamuun gara biyyaa seenaa jiraachuu…
Bara baajata 2013tti daldala alaarraa Doolaara Ameerikaa biiliyoona 3 argachuuf karoorfamu ibsame
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) –Bara baajata 2013tti daldala alaarraa Doolaara Ameerikaa biiliyoona 3 argachuuf karoorfamu ibsame.
Bara baajata 2013tti daldala alaarraa Doolaara…
Boba’aa xiyyaaratiin ala gosootni boba’aa kaan gatuma duraatin gabaadhaf ni dhiyaatu
Finfinnee, Hagayya 26, 2012 (FBC) – Boba’aa xiyyaaratiin ala gosootni boba’aa kaan gatuma duraatin gabaadhaf ni dhiyaatu.
Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii FDRI akka beeksisetti…