Browsing Category
Biiznasii
Baankichi Birrii miiliyoona 1.5 ol baankidhaan ala sochoosuu dhoorke
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa Birrii miiliyoona 1.5 ol baankidhaan ala sochoosunis ta'e olkaa'un hin danda'amu jedhe.
Hogganaan…
Daandii Qilleensa Ityoophiyaa balallii biyya keessaa dabaluu beeksise
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Daandii Qilleensa Ityoophiyaa balallii biyya keessaa dabaluu beeksise.
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa fedhii maammiltootaa dabalaa dhufe guutuuf…
Bara 2013tti Indaastiriiwwaan xixiqqaa fi giddugaleessaf birrii biiliyoonni 3 ol liqeessuuf…
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) - Bara 2013tti Indaastiriiwwan xixiqqaa fi giddugaleessaf liiqaa Birrii Biiliyoona 3 ol liqeessuuf karoorfachuu Abbaan Taayitaa Babal’ina Indaastirii…
Tajaajilli Galaanaa fi Loojastiiksii Ityoophiyaagalii Birrii biiliyoona 25 ol argate
Finfinnee, Hagayyaa 7, 2012 (FBC) – Tajaajilli Galaanaa fi Loojastiiksii Ityoophiyaa bara baajatichaatti galii Birrii biiliyoona 25 ol argachuusaa beeksise.
Proojaktoota eegalaman…
Boba’aa xiyyaaratiin ala gosootni boba’aa kaan gatuma duraatin gabaadhaf ni dhiyaatu
Finfinnee, Hagayya 4, 2012 (FBC) – Boba'aa xiyyaaratiin ala gosootni boba'aa kaan gatuma duraatin gabaadhaf ni dhiyaatu.
Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii FDRI akka…
Qabeenyi hundeessaa Feesbuukii Maark Zaakarbarg Doolaara biiliyoona 100 ga’e
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) –Qabeenyi hundeessaa Feesbuukii Maark Zaakarbarg Doolaara biiliyoona 100 ga’e.
Qabeenyi dhuunfaa hundeessaa Feesbuukii Maark Zaakarbargi erga…
Naannoo kibbaatti proojaktoota kaappitaala Birrii biiliyoona 9.8 galmeessisaniif eeyyamni kennamu…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaatti bara baajataa darbetti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 9.8 galmeessisaaniif eeyyamni Invaastimantii kennamuu…
Elektiriika biyya alaatif dhiyaaterraa galii Doolaarri miiliyoonni 66.4 ol argameera
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Elektiriika biyya alaatif dhiyaaterraa galii Doolaarri miiliyoonni 66.4 ol argameera.
Bara baajataa 2012tti elektiriika Sudaanii fi…
Bu’aalee oomisha Foonii fi Aannanii alatti ergamerraa galiin Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 72…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2012 (FBC) – Bu'aalee oomisha Foonii fi Aannanii alatti ergamerra Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 72 galiin argamuu Inistityuutiin Misooma Indaastirii Foonii fi…
Iityoo Teelekoom galii Birrii biiliyoona 47 ol argate
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Iityoo Teelekoom bara baajataa 2012 galii Birrii biiliyoona 47.7 argachuu beeksiseera.
Hoji raawwachiiftuu olaantuun Iityoo Teelekoom aadde…