Browsing Category
Biiznasii
Ityoophiyaa fi Chaayinaan hariiroo diinagdee isaanii cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Jilli Ityoophiyaa ministira Ministeera Galiiwwanii FDRI aadde Adaanach Abeebetiin duurfamu, hoggansa Bulchiinsa Taaksii Chaayinaa waliin mari'ate.
Aadde…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa damee tajaajila baankii dhalarraa bilisaa bane.
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa damee tajaajila baankii dhalarraa bilisaa bane.
Dameelee isaa kanneenis magaalaa Finfinnee Ansaar fi Harameeyin ebbisiisee…
Shawaa Kaabaatti laftii hin misoomin heektaarri 571 abbootii qabeenyaarraa fuudhame
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaatti lafti heektaarri 571 abbootii qabeenya hin misoomsinee harkaa fuudhamuun baankii lafaattii galii ta’uu Waajjirri…
Baatii Sadaasa Birrii Biiliyoonni 19.2 walitti qabame
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii Baatii Sadaasa keessa Birrii biiliyoona 19.2 walitti qabuu beeksise.
Baatii Sadaasa 2012 keessa Birrii biiliyoonni 18.3 walitti…
Daldala alaa irraa galiin Doolaarri Ameerikaa Miiliyoonni dhibbi 9 fi miiliyoonni 16 argame
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) –Baatiiwwan arfan darban keessa daldala alaa irraa galiin Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibbi 9 fi miiliyoonni 16.21 argamuun ibsame.
Bara baajataa kana…
Kaffaltoota gibiraa federaalaa kuma 10 gara sirna taaksii ammayyaatti galchuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) - Kaffaltoota gibiraa federaala kuma 10 gara sirna taaksii ammayyaatti galchuuf hojjetamaa jirachuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Ministeerri…
Sadaasa keessa Gabaan Oomisha Ityoophiyaa oomishaalee Birrii biiliyoona 2.8 walbichisiisera
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Sadaasa keessa Gabaan Oomisha Ityoophiyaa oomishaalee Birrii biiliyoona 2.8 walbichisiisera.
Dhaabbatichi oomishaalee toonii 60,825 walbichisiisera.…
Baankiin Addunyaa fi Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa fooyya’insa diinagdee biyyaaf maallaqa barbaachisu…
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) – Baankiin Addunyaa fi Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa (IMF) Ityoophiyaa fooyya’insa diinagdee biyyaaf maallaqa barbaachisu Doolaara biiliyoona 10 keessaa…
Fooramiin biiznasii Iityoo – Saawdii Arabiyaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) - Fooramiin biiznasii Iityoo - Saawdii Arabiyaa gaggeeffame.
Fooramichi dhaabbilee Ityoophiyaa fi Saawdii Arabiyaa walitti kan fide yammuu ta'u, har'a…
Gatiin boba’aa Baatii Muddee haaluma duraan itti fufa
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) – Gatiin qinxaaboo gurgurtaa boba’aa Baatii Muddee 2012 haaluma duraan kan itti fufu yoo ta’u, kan xiyyaaraa irratti daballiin muraasni taasiifamu ibsame.…