Browsing Category
Biiznasii
Rakkoo dhiyeessii fi raabsaa oomishaaleerratti muul’atu furuuf mari’atame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2012 (FBC) - Daldaltoonni ummata cinaa akka dhaabbatan waamichi dhiyaate.
Rakkoo dhiyeessii fi raabsaa oomishaaleerratti muul'atu furuuf…
Dhaabbilee gochaa seeraan alaa raawwatan irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 14, 2012 (FBC) – Dhaabbilee daballii gatii hin malle taasisan, oomisha qulqullina isaa hin eeggannee fi maddisaa hin beekamne gurguraa turan irratti tarkaanfiin…
Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattootaa Finfinneetti gabaa tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 10, 2012 (FBC) – Waldaaleen Hojii Gamtaa Shamattootaa magaalaa Finfinneetti gabaa tasgabbeessuuf hojjechaa jiraachuun ibsame.
Hoggansi Biiroo Daldalaa Finfinnee fi…
Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa daballii seeran alaa taasisan 200 ol irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Hawaasni daldalaa yaaddoo vaayrasii koroonaatti dabalataan yaaddoo qaala'iinsa jireenyaa ta'uu akka hin qabne Biiroon Daldalaa Oromiyaa akeekkachise.…
Naannoo Amaaraatti dhaabbilee daldalaa 724 irratti tarkaanfin fudhatame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2012 (FBC) - Naannoo Amaaaraatti dhaabbilee daldalaa vaayrasii koroonaa sababeeffachuun daballii gatii taasisan 724 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Daladalaa…
Waltajjiin hoji dhabdummaa fi carraa hojii uumuu Yuunvarsiitii Haramaayaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 5, 2012 (FBC) – Waltajjiin biyyoolessaa hoji dhabdummaa fi carraa hojii uumuurratti xiyyeeffatu Yuunvarsiitii Haramaayaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicha kan…
Ityoophiyaan galiin daldala alaarraa argattu, baasii daldalaa %20 ol hin uwwisu
Finfinnee, Bitootessa 3, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan galiin daldala alaarraa argattu baasii daldalaaf baastu %20 ol uwwisuu hin danda'u.
Galiin daldala alaa, gatii shaqaxa alaa gara…
Baatii Gurraandhalaa galii Birriin biiliyoonni 19.4 walitti qabame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii baatii Gurraandhalaa galii Birrii biiliyoona 19.4 walitti qabuu beeksise.
Ministeerichi baatii Gurraandhalaa…
Magaalichatti daballiin gatiis ta’e hanqinni boba’aa hin jiru
Finfinnee, Bitootessa 2, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee daballiin gatii taasifamee fi hanqinni boba’aa tokkollee kan hin jirre beeksiseera.
Buufataalee boba’aa fi…
Dhaabbanni Raashiyaa “X5” oomisha abaaboo Ityoophiyaa bituufi
Finfinnee, Bitootessa 1, 2012 (FBC) – "X5" oomisha abaaboo Ityoophiyaadhaa gara Raashiyaatti erguufi.
Dhaabbanni Raashiyaa oomisha nyaataa gurguruun beekamu "X5", oomisha abaaboo…