Browsing Category
Biiznasii
Gabaa buna Ityoophiyaarrratti weerarri vaayrasii koroonaa dhiibbaan qaqqabsiisu danda’uu dandamachuu…
Finfinnee Fulbaana 13, 2013 (FBC)- Gabaa buna Ityoophiyaarrratti weerarri vaayrasii koroonaa dhiibbaan qaqqabsiisu danda’uu dandamachuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa beeksise.…
Naannoo Gambeellaatti waliigalteen oomisha qurxummii hanga toonii kuma 17 oomishuu dandeesisu…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Naannoo Gambeellaatti waliigalteen oomisha qurxummii hanga toonii kuma 17 oomishuu dandeesisu mallattaa’e.
Proojaktiin oomisha qurxummii naannoo…
Bunaa, Shayii fi Mi’eessituurraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 70…
12 , 2013 (FBC) - Bara baajataa darbetti oomishaalee Bunaa, Shayii fi Mi'eessituurraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 8 fi miiliyoonni 70 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shayii…
Ityoophiyaan Birrii 10, 50 fi 100 geeddaruufi
Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan maallaqa; Birrii 10, 50 fi 100 guutummaan geeddaruufi.
Gosootiin Birrii kanneenis gabaarra kan oolan ta'uun ibsameera.…
Baankoonni daldalaa liqii dhiyeessan %5 qabeenya socha’aaf qabsiisuun akka liqeessan qajeelfamni…
Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) - Baankoonni daldalaa Ityoophiyaa liqii dhiyeessan keessa % 5 qabeenya socha’aa qabsiisuun akka liqeessan qajeelfamni ajaju ba’uu Baankii Biyyaalessa…
Magaalichatti sababa Ayyaanaan daballiin gatii akka hin muuddanne hojjetamaa jira
Finfinnee, Qaammee 3, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti sababa Ayyaana bara haaraan daballiin gatii akka hin muuddanne hojjetamaa jiraachuu Biirron Daldalaa magaalichaa beeksise.…
Baankichi gurgurtaa tikkeettii Xiyyaaraa elektirooniksiin eegale
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa gurgurtaa tikkeettii Xiyyaaraa elektirooniksiin eegaluu beeksiseera.
Baankiin Daldala Ityoophiyaa, dhaabbata…
Eeyyama daldalaa seera qabeessa daheeffachuun taaksii fi qaraxni waliin dhahamuuf ture miiliyooni…
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Eeyyama daldalaa seera qabeessa daheeffachuun taaksii fi qaraxni waliin dhahamuuf ture miiliyooni 4.4 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Sukkaarri kuntaalli miiliyoonni 2 alaa galuurratti argama
Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun hanqinni Sukkaaraa akka hin mudanneef Sukkaarri kuntaalli miiliyoonni 2 bitamuun gara biyyaa seenaa jiraachuu…
Bara baajata 2013tti daldala alaarraa Doolaara Ameerikaa biiliyoona 3 argachuuf karoorfamu ibsame
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC) –Bara baajata 2013tti daldala alaarraa Doolaara Ameerikaa biiliyoona 3 argachuuf karoorfamu ibsame.
Bara baajata 2013tti daldala alaarraa Doolaara…