Browsing Category
Biiznasii
Hirmaannaa invastaroota biyya keessaa guddisuuf hojimaanni haaraan diriirfamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC) - Hirmaannaa invastaroota biyya keessaa guddisuuf hojimaanni haaraan diriirfamaa jiraachuu Koomiishiniin Invastimantii Ityoophiyaa beeksise.
Hanqina…
Fooramiin invastimantii, daldalaa fi tuuriizimii Ityoophiyaa beeksisu Hinditti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Fooramiin invastimantii, daldalaa fi tuuriizimii Ityoophiyaa beeksisu Hinditti gaggeeffame.
Fooramichi Hind bulchiinsa Maadihiyaa Piraadeesh…
Biiroon Galiiwwan Magaalaa Finfinnee baatii 7 darbanitti galii Birrii biiliyoona 24 walitti qabe
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Biiroon Galiiwwan Magaalaa Finfinnee baatii 7 darbanitti galii Birrii biiliyoona 24 walitti qabe.
Biirichi karoora marii sosochii…
Ityoo-Teelekoom tajaajila intarneetii fooyya’insa gatii taasise
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) - Ityoo-Teeleekoom tajaajila Intarneetii irratti foyya’insa gatii fi hir’ifama taasisuu beeksiseera.
Kanaanis fayyadamtoota dhuunfaaf %69, tajaajila…
Labsii eksaayz taaksii ilaalchisee hawaasaaf hojiin hubannoo uumuu akka kennamu Ministeerri…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) –Labsii eksaayz taaksii ilaalchisee hawaasaaf hojiin hubannoo uumuu akka kennamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Eksaayz taaksii sababa godhachuun…
Baatiiwwan torban darbanitti buna gabaa addunyaaf dhiyaaterraa Doolaarri miiliyoonni dhibba 4 ol…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Baatiiwwan torban darbanitti buna gabaa addunyaaf dhiyaaterraa Doolaarri miiliyoonni dhibba 4 fi miiliyoonni 7 argameera.
Abbaan Taayitaa…
Giddugalli gabaa Alfooz Plaazaa ebbifame
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Giddugalli gabaa Alfooz Plaazaa ebbifame.
Giddugalichi dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa'e Alfoozin kan ijaarramedha.
Giddugalli…
Dhaabbileen faaynaansii mootummaa sadi walakkaa bara baajatichaatti Birrii biiliyoona 10.7 buufatan
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) - Dhaabbileen faaynaansii mootummaa walakkaa bara baajataa 2012tti taaksidhaan dura Birrii biiliyoona 10.7 buufachuun ibsame.
…
Hoteelota haaraa 4f bu’aan madaallii sadarkaa kenname
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii hoteelota haaraa 4f bu'aa madaallii sadarkaa laate.
1/ Hoteela Skaay Laayitiif, uurjii 5,
2/ Hoteela Beerlootif,…
Siimpooziyeemiin qorannoo bunaa sadarkaa biyyoolessaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Gurraadhala 12, 2012 (FBC) – Simpooziyeemiin qorannoo bunaa biyyoolessaa Yuunvarsiitii Diillaatti gaggeefamaa jira.
Waltajjichi walta’insa Yuunvarsiitii Diillaa, godina…