Browsing Category
Biiznasii
Afrikaan diinagdeeshee gara diijjiitaalatti ceesisuu qabdi- obbo Haaylamaariyaam Dassaalany
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Afrikaan diijjiitaal teeknooloojidhaan deeggaramuudhan daddabarsa maallaqa seeran alaa fi malaammaltummaa ittisuu akka dandeessu muummee ministiraa…
Daangaa Iityoo Keeniyaa, Marsaabeetitti iddoon gabaa dabalataa banamuufi
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Keeniyaan hariiroo daldalaa fi sochii lammiilee caalmaatti cimsuuf hojjechaa jiraachuu beeksiste.
Magaalaa Mooyyaaletiin alatti Marsaabeetitti…
Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoophiyaa Siriilaankaatti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoophiyaa Siriilaankaa magaalaa Kooloombootti gaggeeffame.
Hinditti Imbaasiin FDRI fi Koolombootti waajjiri…
Fooramiin bizinasii Ityoo-Kanaadaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) - Fooramiin bizinasii Ityoo-Kanaadaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Fooramicharratti abbootiin qabeenyaa Ityoophiyaa 100 fi kan Kanaadaa 20 hirmaachaa…
Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa dhalattoonni Ityoophiyaa oomishaalee nyaataa gara biyyaa akka…
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa hojimaata dhalattoonni Ityoophiyaa oomishaalee nyaata bu'uuraa gara biyyaa akka galchan eeyyamu baase.
…
Finfinneetti baatiiwwan 6n darbanitti galiin Birrii biiliyoona 21.53 walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Finfinnee baatiiwwan 6n darbanitti taaksii kallattii fi al kallattiirraa Birrii biiliyoona 21.53 walitti qabuu beeksise.…
Daldalli bilisaa aardii Afrikaa Adoolessa 2012 keessa ifatti ni eegalama
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Daldalli bilisaa aardii Afrikaa Adoolessa 2012 keessa ifatti ni eegalama.
Koomiishinarri Koomiishinii Daldalaa fi Indaastirii Gataa Afrikaa…
Warshaa qorichaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 10n hojjetamuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame
Finfinnee, Amajjii 28, 2912 (FBC) – Paarkii Indaastirii Qilinxoo keessatti warshaa qorichaa fi meeshaalee fayyaa oomishu hojjechuuf dhagaan bu’uuraa ka’ameera.
Dhagaan bu'uuraa kaa'ame…
Hojiin babal’ina bu’uraalee misooma magaaloota doolaara Ameerikaa miliiyoona 859 gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Sagantaan babal’ina bu’uraalee misooma magaaloota Doolaara Ameerikaa miliiyoona dhibba 8 miliiyoona 59n gaggeeffamaa jira.
Sagantichi magaaloota 117…
Naannoo Kibbaatti proojaktoonni misooma jallisii 22 hojjetamaa jiru
Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaatti proojaktoonni misooma jallisii 22 Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 13 hojjetamaa jiru.
Proojaktoonni misooma…