Browsing Category
Biiznasii
Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Waxabajjii oomisha toonii kuma 62 fi 542 walbichisiise
Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC) – Gabaan Oomisha Ityoophiyaa baatii Waxabajjii oomisha toonii kuma 62 fi 542 Birrii biiliyoonaa 3.72 walbichisiisu beeksiseera.
hammii oomishalee…
Ityoophiyaatti bunni kiilo giraamni 1 Birrii 13,838 gurgurame
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Ityoophiyaatti bunni kiilo giraamni 1 Birrii 13,838 gurgurame.
Dorgommii dhandhama bunaa idil addunyaa Ityoophiyaatti yeroo jalqabaatif…
Daandichi, daandiiwwan qilleensaa gurguddoo Afrikaa 10 keessaa adda duree ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa, daandiiwwan qilleensaa gurguddoo Afrikaa 10 keessaa adda duree ta’e.
Akka gabaasa Afrikaa Loojeestiiksii…
Ityoophiyaan invastimantii kallattii alaatin baha Afrikaarraa adda duree ta’uun ibsame
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Ityoophiyaan invastimantii kallattii alaatin baha Afrikaarraa adda duree ta'uun ibsame.
Ityoophiyaan damicha hawwachuudhan baha Afrikaarraa…
Raabsitoota Simiintoo gatii kaa’ameen ala gurguranirratti tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta’uu…
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Gatii Simiintoo mootummaan baasee ala raabsitoota gatii dabaluun gurguranirratti tarkaanfii seeraa kan fudhatu ta’uu Biiroon Daldalaa magaalaa…
Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaatti misooma waaraa bunaa hundeessufi
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Kooriyaan Kibbaa Ityoophiyaatti misooma waaraa bunaa hundeessufi.
Dhaabbanni misooma bosonaa Kooriyaa Kibbaa SK jedhamu, Dhaabbata…
Gatii simiintoo to’achuuf tarkaanfin fudhatame bu’a qabeessa jedhame
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Qaala'iinsa gatii simiintoo to'achuuf tarkaanfin fudhatame bu'a qabeessa ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
Tarkaanfin…
Bara baajataa 2012 baatii 11tti oomisha foonii fi aannan alatti ergamerraa Doolaarri miiliyoonni…
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Bara baajataa 2012 baatii 11tti oomisha foonii fi aannan alatti ergamerraa Doolaarri miiliyoonni 68.13 argameera.
Ministeerri Daldalaa fi…
Shiroomeedaatti ijaarsi giddugala huccuu aadaa jalqabame
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman Shiroomeedaatti ijaarsi giddugala huccuu aadaa jalqabamuu beeksisan.
…
Safariikoomii fi Heeliiwoos Taawors Ityoophiyaatti damee misooma Teeleekoomirratti hojjechuuf fedhii…
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) - Safariikoomii fi Heeliiwoos Taawors Ityoophiyaatti damee misooma Teeleekoomirratti hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsan.
Heeliiwoos dhaabbata…