Browsing Category
Biiznasii
Naannichatti baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 3.5 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Naannoo Afaaritti baatiwwan kurnan darban galiin Birriin biiliyoonni 3.5 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwaan naannichaa beeksiseera.
Galii…
Qaala’iinsi gatii % 23.3tti gadi hir’achuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2016 (FBC) – Baatiwwan saglan darban Qaala’iinsi gatii gara % 23.3tti gadi bu’uu Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa beeksise.
Gatiin meeshaalee nyaataa yeroo…
Naannichi baatiwwan saglan darban galii Birrii biiliyoona 1.6 walitti qabuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Naannoon Gaambeellaa baatiwwan saglan darban galii Birrii biiliyoona 1.6 walitti qabuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksiseera.…
Bara baajataa kana guddinni diinagdee 7.9 tilmaamame milkaa’uu akka danda’u bu’aaleen agarsiisan…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Bara baajataa 2016 guddinni diinagdee 7.9 tilmaamame milkaa’uu akka danda’u bu’aawwan agarsiisan galmaa’uu Ministirri Ministeera Pilaanii fi…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 525 olitti tilmaamamu to’ataman
Finfinnee, Caamsaa 9, 2016 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 525 olitti tilmaamamu naannoo Somaaleetti to'atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.
Hordoffii cimaa…
Baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 425 ol walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) –Baatiwwaan kurnan darban galii Birrii Biiliyoona 425.27 walitti qabuu Ministeerri Galiiwwaanii beeksise.
Ministirri Ministeera…
Baatiwwan kurnan darban Daldala Alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 772 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2016 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Daldala Alaarraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 772 ol argamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiise.…
Magaalichatti Gibira Manaarraa galiin Birriin biiliyoonni 6 ol walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwan saglan darban Gibira Manaarraa galiin Birriin biiliyoonni 6 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii magaalichaa beeksise.…
Itiyoophiyaan oomishawwan 96 kanaan dura alaa galchaa turte biyya keessatti omishuufi
Finfinnee, Caamsaa 2, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan oomishawwan 96 kan kanaan dura alaa galchaa turte biyya keessatti omishuuf ta’uu Ministeerri Indaastirii beeksiseera.…
Hammi Liqaa dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2016 (FBC) – Hammi Liqaa dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 2.3 qaqqabuu Bulchaan Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa Obbo Maammoo Mihiratuun…