Browsing Category
Biiznasii
Gatiin Simmintoo fi Sibiilaa gadi bu’aa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Gatiin Simmintoo, Sibiilaa fi meeshaalee ijaarsaa biroo gadi bu'aa jiraachuu daldaltoonnii fi Oomishtoonni ibsan.
Gatiin Simmintoo kuntaala tokko…
Oromiyaatti kurmaana 1ffaa keessa galiin Birriin biiliyoonni 26 ol walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2016 (FBC) – Oromiyaatti kurmaana 1ffaa darbe keessa galiin Birriin biiliyoonni 26 ol walitti qabamuu Biiroon Maallaqaa naannichaa beeksise.
Naannichi bara…
Naannichi galii Birrii biiliyoona 12 walitti qabuuf karoorfachuu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Biiroon Galiiwwaan Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa bara baajata 2016’tti galii Birrii biiliyoona 12 ol walitti qabuuf karoorfachuu beeksise.…
Baatii Sadaasaa gatiin Gurgurtaa Qinxaaboo boba’aa haaluma Baatii Onkololeessaan itti fufa…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Baatii Sadaasaa keessa gatiin Gurgurtaa Qinxaaboo Boba'aa haaluma Baatii Onkololeessaan kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Maallaqni qusannaa dhaabbilee faayinaansii Birrii tiriiliyoona 2 ol qaqqabe
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)- Maallaqni Qusannaa Dhaabbilee Faayinaansii Itiyoophiyaa Birrii tiriiliyoona 2 ol qaqqabuu Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise.
Bulchaan…
Naannawichi humna guutuun hojii eegaluuf ga’umsa qaba jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Naannawaan daldala Bilisaa Dirre Dhawaa humna guutuun hojii eegaluuf ga’umsa gaariirra jiraachuu ibsameera.
Naannawichi Loojistiksii fi…
Fandiin kuufama Maallaqa Inshuraansii Itiyoophiyaa ifatti hojii eegale
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Fandiin kuufama Maallaqa Inshuraansii Itiyoophiyaa ifatti hojii eegaleera.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Fandii Kuumafa Maallaqa Inshuraansii…
Oromiyaatti barana damma toonii kuma 114 argachuuf hojjetamaa jira – BQO
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Oromiyaatti barana damma toonii kuma 114 argachuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Damma misoomu keessaa % 10 sharafa…
Workishooppiin Naannawaa Daldala Bilisaa Magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Workishooppiin naannawaa Daldala Bilisaa Magaalaa Dirree Dhawaatti gaggeeffamuu eegalee jira.
Workishooppiin kun Itiyoophiyaatti Naannawaan…
Itiyoophiyaan gogaa fi kal’ee irraa galii argachuu qabdu argachaa hinjirtu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2016 (FBC)- Sadarkaa Biyyaalessatti oomisha gogaa fi kal’ee waggaatti miiliyoona 41 ol oomishamu keessaa miiliyoonni 22 qofti tajaajilaaf akka ooluu Ministirri…