Browsing Category
Biiznasii
Itiyoophiyaan waltajjii misooma Damee Albuudaa Chaayinaatti gaggeeffamerratti hirmaatte
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waltajjii misooma Albuudaa fi Dameewwan biroo Chaayinaatti gaggeeffamerratti hirmaachuu ibsameera.
Waltajjichaarratti abbootiin…
Inisheetiiviiwwan qonna magaalaa hawaasa fayyadamoo taasisaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2016 (FBC) – Iisheetiiviiwwan qonnaa fayyadamummaa uummataa mirkaneessanirratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Misoomaa Magaalaafi Manneen Godina…
Dirree Dhawaatti Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii Biiliyoona 35.7 galmeessaniif eeyyamni…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Baatiiwwan sadan darban Abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 35.7 galmeessaniif eeyyamni invastimantii kennamuu Biiroon Daldalaa,…
Giddugalli warshaala, gurgurtaa fi gurgutaan boodaa konkolaataa Ayisuuzuu eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Giddugaloonni warshaala, gurgurtaa fi gurgutaan boodaa konkolaataa Ayisuuzuu eebbifameeera.
Sirna eebbichaarratti Ministira Ministeera Geejjibaa…
Ministeerichi albuudaalee gabaa alaaf dhiyaatanirraa Doolaara miiliyoona 500 argachuuf karoorfachuun…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Bara 2016 albuudaalee gabaa biyya alaaf dhiyaatan irraa sharafa alaa Doolaara miiliyoona 500 argachuuf karoorfamuu Ministeerri Albuudaa beeksise.…
Naannichatti abbootti qabeenyaa kappitaala Birrii biiliyoona 2 galmeessan 134’f eeyyamni kenname
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC)- Naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 2 galmeessisan 134 eeyyamni invastimanti kenname.
Abbootiin…
Qabeenyi albuudaa Gambeellaa guddina diinagdeef akka gumaachu hojjetamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Qabeenyi albuudaa Naannoo Gambeellaa sirnaan misoomee guddina diinagdeef akka gumaachu oomisha ammayyaa’aa irratti xiyyeeffatamee hojjetamaa jira jedhame.…
Diinagdee hunda galeessaan fayyadamummaa ummataa mirkaneessuuf ni hojjetama jedhan Pireezidaanti…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) - Diinagdee hunda galeessaan fayyadamummaa ummataa gama hundaan mirkaneessuuf kan hojjetamu ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen dubbatan.…
Korichi Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Paarkiiwwan indaastiriitti akka oomishan tattaaffii akka…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)-Abbootiin Qabeenyaa Chaayinaa Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaatti akka oomishan tattaaffii akka taasisu Koreen Koorporeeshinii michummaa…
Ministeerri Indaastirii fedhii oomishaalee waraqaa %77 biyya keessaan uwwisuun akka danda’ame ibse
Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)- Biyya keessatti waraqaalee fi bu’aalee waraqaa oomishuun waan danda’ameef fedhii biyya keessaa %77 uwwisuun akka danda’ame Ministeerri Indaastirii…