Browsing Category
Biiznasii
Dhaabbilee Daldalaa 107 hojmaata seeraan ala hojjetanii argamanirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Dhaabbilee Daldalaa 107 hojmaata seeraan ala hojjetanii argamanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Abbootiin qabeenyaa Chaayinaa Paarkii Indaastirii Jimmaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa zhaa’oo Zhiiyuu’anii fi Abbootiin qabeenyaa biyyattii Paarkii Indaastirii Jimmaa daawwataniiru.
Komishinarri…
Abbootiin qabeenyaa 269 Kaappitaala Doolaara biiliyoona 3.4 galmeessan eeyyama fudhachuun hojii…
Finfinnee, Hagayya 1, 2015 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa 269 Kaappitaala Doolaara biiliyoona 3.4 galmeessan eeyyama Invastimantii fudhachuun hojii eegaluu Komishiniin Invastimantii beeksiise.…
Baankiin Misooma Ityoophiyaa Birrii biiliyoona 6.4 buufate
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Baankiin Misooma Ityoophiyaa Birrii biiliyoona 6.4 bu'aa argachuu beeksise.
Baankichi bara baajatichatti guddina biyyattii ariifachisuuf…
Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa hanga Hagayya 30’tti gatii tureen itti fufa
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo oomishaalee boba'aa hundaa hanga Hagayya 30, 2015'tti gatii baatii Adoolessaa gurguramaa tureen akka itti fufu Miniteerri…
Oromiyaatti damee tuuriizimiirraa galiin Birrii biiliyoona 9.5 argame
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti bara baajataa 2015 damee tuuriizimiirraa galiin Birrii biiliyoona 9.5 ol argamuu Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa beeksise.…
Oomishaalee biyya keessatti oomishamanirraa galiin Dooolaarrri biiliyoonni 2.3 argame –…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) - Bara baajataa 2015 oomishaalee biyya keessatti oomishamanirraa galiin Dooolaarrri biiliyoonni 2.3 argamuu Ministeerri Indaastirii beeksiise.
Bara…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 454’tti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 454'tti tilmaamaman to’atamuu Koomiishiniin Gumurukaa beeksise.
Koomishinichi Adoolessa 14-20, 2015'tti…
Bara bajataa 2016 galii Birrii biiliyoona 529 sassaabuuf hojjetamaa jira -Ministeera Galiiwwanii
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC) – Bara bajataa 2016 galii Birrii biiliyoona 529 sassaabuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Galiiwwnaii beeksiise.
Ministeerichi raawwii bara bajataa…
Ityoo – Teeleekoom bara baajataa 2016tti lakkoofsa maamiltootaa miiliyoona 78n ga’uuf karoorfate
Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Ityoo – Teeleekoom bara baajataa 2016tti lakkoofsa maamiltootaa miiliyoona 78n ga’uuf karoorfachuu beeksiseera.
Lakkoofsa maamiltoota Teelee Birriis…