Browsing Category
Biiznasii
Baankichi Hojjeettoota kuma 11 ol qacaruuf qophiirra jiraachuu beeksiise
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa hojjettoota kuma 11 ol qacaruuf qophiirra jiraachuu beeksiseera.
Baankichi adeemsa qormaata qacarrii ilaalchisee har’a…
Omishaaleen kuma 1 fi 600 ol qaraxaarraa walaba Chaayinaaf akka dhiyaatan ibsame
Finfinnee, Muddee 3, 2015 (FBC)-Mootummaan Chaayinaa oomishaaleen Ityoophiyaa kumni 1 fi 644 qaraxarraa walaba gabaa isheef akka dhiyaatan ibsu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 100 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 103 olitti tilmaamaman to’atamuu ibsame.
Komishiniin Gumruukaa Sadaasa 23- 29,2015tti hordoffii taasiseen…
Magaalaa Adaamaatti baatiiwwan 4 darbanitti galii Birrii biiliyoonni 2.2 walitti qabamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015(FBC)- Magaalaa Adaamaatti baatiiwwan 4 darbanitti galii Birrii biiliyoonni 2.2 walitti qabamuu ibsameera.
Bara baajataa kanatti misooma hawaasummaafi diinagdee…
Gatiin gurgurtaa boba’aa haaluma jiruun itti fufa jedhame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa baatii Muddee haaluma amma jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Baatiwwan arfan darban Buna Alatti ergameerra Doolaarri miiliyoonni 526 argame
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC) – Baatiwwan arfan darban Buna Alatti ergameerra Doolaarri miiliyoonni 526 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa beeksiise.
Bara kana Buna…
Albuudni qaaliin karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture Kg 4.18 to’atame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Albuudni qaaliin 'Akkuwaa Maaraayin' jedhamu karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture Kg 4.18 to'atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiiseera.
Albuudichi…
Raawwii sagantaa fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa 2ffaarratti mari’atame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa sagantaa fooyya’iinsa diinagdee biyya keessaa 2ffaa caalmaatti haala bu’aa qabeessa taasiisuun danda’amurratti Ministeera Qonnaa fi…
Baankiin Oromiyaa hojiilee baankii idil addunyaan sharafa alaa Doolaara miiliyoona 279 argachuu ibse
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)-Baankiin Oromiyaa bara 2014 hojiilee baankii idil addunyaan sharafa alaa Doolaara miiliyoona 279.4 argachuu beeksise.
Kunis kan bara darbee yeroo…
Afrikaatti gabaa dijitaala guddisuuf waliigalteen deeggarsaa Doolaara miiliyoona 9.73 mallatteeffame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Baankiin Misoomaa Afrikaa fi Komishiniin Gamtaa Afrikaa Ardittiitti, gabaa dijitaala guddisuuf boqonnaa jalqabaatiin waliigalteen deeggarsaa Doolaara…