Browsing Category
Biiznasii
Ityoophiyaan Argisiisa Nyaata Galoo Galaanaa irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan Emireetoota Araba Gamtoomaniitti Argisiisa Nyaata Galoo Galaanaa irratti hirmaachaa jirti.
Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Daballiinni gatii mul’ate yeroo muraasa booda furmaata ni argata – BDO
Finfinnee, Guraandhala 13, 2015 (FBC) – Meeshaalee Bu’uuraa Qamadiirraa Oomishamanirratti daballiin gatii mul’ate yeroo muraasaan booda furmaata waaraa kan argatu ta’uu Biiroon Daldalaa…
Gabaan Simmintoo erga bilisa ta’ee hanqinni dhiyeessii kan duraa caalaa mudachuu tajaajilamtoonni…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) – Qajeelfamni haaraan gabaa Simmintoo erga hojiirra oolee gatiin fooyya’us hanqinni dhiyeessii mudachuu kutaaleen hawaasaa ibsan.
Keessattuu…
Tajaajila qaraxaa fi taksii irraa bilisaan Birrii biiliyoona 2.1 hambisuun akka danda’ame ibsame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Ministeerri Maallaqaa raawwii baatiiwwan ja’an darbanitti tajaajila qaraxaa fi taksiirraa bilisaan Birrii biiliyoona 2.1 hambisuun akka danda’ame ibse.…
Invastimantii alaarraa Doolaarri biiliyoona 1.8 ol argame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015 (FBC)- Walakkaa waggaatti invastimantii alaarraa Doolaarri biiliyoona 1.8 ol argamuun ibsame.
Baatiiwwan ja’an darban invastimantii alaarraa Doolaaraa…
Naannoo Kibbaatti baatiwwan jahan darban galiin Birriin biiliyoonni 8.9 walitti qabame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Naannoo Kibbaatti baatiwwan jahan darban galiin Birriin biiliyooni 8.9 walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii naannichaa beeksise.
Walakkaa waggaa…
Tajaajilichi gurgurtaa humna elektirikaarraa galii Birrii biiliyoona 12 argate
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa baatiwwan jahan darbanitti gurgurtaa humna elektirikaarraa galii Birrii biiliyoona 12 argachuu beeksise.…
Ityoo Teelekoom gartokkeen gara dhuunfaatti naannessuuf caalbaasii idil addunyaa baase
Finfinnee, Guraandhala 3, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoo Teelekoomiin gartokkeen gara dhuunfaatti naannessuuf caalbaasii idil addunyaa irra deebiin baase.
Yeroo ammaa caalbaasiin baase…
Egzibiishinii fi baazaariin Magaalaa Finfinnee 2ffaan eegalame
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Egzibiishinii fi baazaariin Waldaalee Hojii Gamtaa Magaalaa Finfinnee 2ffaan Giddugalaa Egzibiishinii Finfinneetti eegalame.
Egzibiishinicha kan…
Maallaqni kuufamaan Baankii Daldala Ityoophiyaa Birrii Tiriiliyoona 1 caale – BDI
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Maallaqni kuufamaa isaa Birrii Tiriiliyoona 1 caaluu beeksiise.
Kuufamni Maallaqa baankichaa Birrii…