Browsing Category
Biiznasii
Koorporeeshinichi waliigaltee invastimantii Birrii miiliyoona 500 mallatteesse
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)-Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwan Indaastirii Ityoophiyaa dhaabbata biyyaa keessaa Paaroon Tireediingi jedhamu waliin waliigaltee invastimantii Birrii…
Caalbaasiin Warshaalee Sukkaaraa 8 gara dhuunfaatti naannesuuf ba’e baatii tokkoof dheerate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Caalbaasii Mootummaan warshaalee sukkaaraa gara dhuunfaatti naannessuuf baase baatii tokkoof dheerachuu ibsameera.
Hirmaannaa abbootiin qabeenyaa…
Xiyyeeffannoon qonnaaf kenname qulqullina oomisha daldala alaarratti bu’aa argamsiisuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Xiyyeeffannoon addaa damee qonnaaf kenname qulqullinaafi dhiyeessaa oomisha daldala alaarratti bu’aa argamsiisuu Waldaan Ergitoota Midhaan Dheedhiifi…
Naannoo Somaaleetti bara kana callaa kuntaalaa miiliyoona 28 walitti qabuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti bara kana callaa kuntaalaa miiliyoona 28 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Yeroo ammas Godina Faafan aanaa Tullii…
Baatiwwan arfan darban galiin Birriin biiliyoonni 162 walitti qabame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Baatiwwan arfan darban galiin Birriin biiliyoonni 162 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Baatiwwan arfan darban keessa Birrii…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 513’tti shallagaman to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 513’tti shallagaman to’atamuu ibsame.
Komishiniin Gumuruukaa hordoffii Sadaasa 2-8, 2015’tti taasiseen,…
Fooyyeessa deeggarsa boba’aan kasaaraa Birrii biiliyoona 10 mootummaarra ga’u Birrii biiliyoona 4tti…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)-Fooyyeessa deeggarsa boba’aan kasaaraa Birrii biiliyoona 10 mootummaarra ga’u Birrii biiliyoona 4tti hir’isuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise.…
Kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuu ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Ministeerri Indaastirii sadarkaa fi kallattii yeroo itti aanuu Sosochii Ityoophiyaan yaa oomishtuurratti magaalaa Finfinneetti marii gaggeessaa jira.…
Sarara daddabarsa Elektirikaa Ityoo- Keeniyaarraa gurgurtaan elektirikaa eegale
Finfinne, Sadaasa 8,(FBC)- Sarara daddabarsa Elektirikaa Ityoo- Keeniyaarraa gurgurtaan elektirikaa guyyaa har’aa ifatti eegaluu ibsame.
Gurgurtaa elektirikaa kanarraa waggaatti galiin…
Koomishinar Lalisee Nameen , Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kuweet waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC)- Koomishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen , Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kuweet Naayiif Alqaaxiibiin waliin mari’ataniiru.
Marii…