Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Siinqee Birrii biiliyoona 3.3 ol liqii kennuun hawaasa fayyadamaa taasisaa jira
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Baankiin Siinqee Birrii biiliyoona 3.3 ol liqii kennuun hawaasa fayyadamaa taasisaa jiraachuu Pirezidaantiin Baankichaa Obbo Niwaay Magarsaa ibsan.
Obbo…
Warshaan Sukkaaraa Mataaraa boruu jalqabee Sukkaara Oomishuu ni eegala
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Warshaan Sukkaaraa Mataaraa boruu jalqabee Sukkaara Oomishuu kan eegalu ta’uu Giruuppiin Indaastirii Sukkaara Ityoophiyaa beeksiise.
Warshaaleen…
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Maqalee fi naannawaa ishee dameelee 31’tti tajaajila guutuu eegale
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Naannoo Tigraay Magaalaa Maqalee fi naannawaa ishee dameelee 31tti tajaajila baankii guutuu kennuu eegaleera.…
Naannichatti baatiwwan jahaan darban galiin Birriin biiliyoonni 1 ol walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti baatiwwan Jahaan darban galiin Birriin biiliyoonni 1 ol walitti qabamuu ibsameera.
Naannichatti walakkaa waggaa…
Gatiin gurgurtaa boba’aa haala amma jiruun itti fufa jedhame
Finfinnee, Amajjii 29, 2015 (FBC) – Boba’aa xiyyaaraarraan ala gatiin gurgurtaa boba’aa haala amma jiruun kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa beeksise.…
Hojiin carraalee invastimantii Ityoophiyaa beeksisuu Faransaayitti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 29, 2015(FBC)- Abbootiin qabeenyaa idil addunyaa hojii invastimantiin paarkiiwwan indaastirii Ityoophiyaa keessatti akka bobba’aniif hojiin carraalee invastimantii…
Hojmaataa sirna deeggarsaan ala konkolaattota socho’an irratti tarkaanfiin fudhatamaa jira
Finfinnee, Amajjii 26, 2015 (FBC)- Hojmaata sirna deeggarsa boba’aan ala konkolaattota socho’an irratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii beeksise.…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 50 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Amajjii 25, (FBC) - Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 50 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
Meeshaaleen karaa seeraan alaa gara biyya…
Baankichi baatiiwwan ja’an darbanitti Birrii biiliyoona 13 buufachuu ibse
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)-Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa baatiiwwaan jahan darbanitti Birrii biiliyoona 13 buufachuu beeksise.
Raawwii baatiiwwan ja'an darbanii baankichaa…
Kaffaltii gibiraa Teelee Birriin walitti qabuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)- Ityoo Teelekoomii fi Ministeerri Galiiwwanii waliigaltee kaffaltii gibiraa Teelee Birriin walitti qabuuf dandeessisu mallatteessan.
Waliigaltechi…