Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa dhaabbilee fayyaa tajaajila wal’aansaa sadarkaa 3ffaa laataniif liqii…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa dhaabbilee fayyaa tajaajila wal’aansaa baasii guddaa gaafataniifi biyyoota alaatti kennaman, tajaajila yaala fayyaa sadarkaa …
Mallattoon gabaa omishaalee Jimmaa ifoome
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)- Godina Jimmaatti omishaaleen omishaman mallattoon gabaaf ittiin dhiyaatan ifoome.
Godinichatti yuniyeenoonni sadii mallattoo omisha godinichaa gabaaf…
ATM’n Baankii Oromiyaa tajaajila Maastercaardiin maallaqa baafachuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015(FBC)-Mashiniin ATM’n Baankii Oromiyaa tajaajila Maastercaardiin maallaqa baafachuu kennuu eegale.
Baankiin Oromiyaa, EthSwitch fi MasterCard waliigaltee…
Yaa’iin oomishaalee midhaan dheedhiifi zayitaa Idil Addunyaa 11ffaan boru ni eegala
Finfinnee, Sadasa 5, 2015(FBC)- Yaa’iin oomishaalee midhaan dheedhiifi midhaan zayitaa Idil Addunyaa 11ffaan guyyaa boruu magaalaa Finfinnee Hoteela Sharaatanitti kan gaggeeffamu ta’uu…
Adeemsi damee baankii abbootii qabeenyaaf alaaf banuu baankota alaa murtaa’aniin akka jalqabu…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2015 (FBC)- Adeemsi damee baankii abbootii qabeenyaaf alaaf banuu baankota alaa lakkoofsaan murtaa’aniin akka jalqabu Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksise.…
Kurmaana jalqabaa bara kanaan tajaajila reemitaansiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.3 argamuu…
Finfinnee, Sadaasa 02, 2015(FBC)- Kurmaana jalqabaa bara 2015tti tajaajila reemitaansiirraa galiin Doolaarri biiliyoonni 1.3 argamuu Tajaajilli Diyaaspooraa beeksise.
Dabalataanis…
Albuudni waggoottan dhufan madda kaappitaalaa akka ta’uuf hojiilee bal’aan eegalamaniiru – Injiinar…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Albuudni waggoottan dhufan madda kaappitaalaa akka ta’uuf hojiilee bal’aan eegalamuu Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan himan.…
Oromiyaatti kurmaana 1ffaa darbe galiin Birriin biiliyoonni 16.2 ol walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC) – Oromiyaatti kurmaana 1ffaa darbe galiin Birriin biiliyoonni 16.2 ol walitti qabamuu Biiroon Galiiwwanii Oromiyaa beeksiseera.
Kurmaana 1ffaa…
Fooramiin Daldalaa fi Invastimantii Ityoo – Kaanaadaa 4ffaan Tooroontootti eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC) - Fooramiin Daldalaa fi Invastimantii Ityoo – Kaanaadaa 4ffaan magaalaa Tooroontootti eegalameera.
Ministirri Deetaan Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Baatii Sadaasaa keessa gatiin Boba’aa haaluma baatii darbeen itti fufa – Ministeera DWN
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015(FBC) - Baatii Sadaasaa keessa gatiin gurgurtaa qinxaaboo Boba’aa haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…