Browsing Category
Biiznasii
Agarsifni Albuudaa Idil Addunyaa Sadaasa 1-3, 2015tti gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Agarsifni Albuudaa Idil Addunyaa ‘Mintex”Sadaasa 1-3 ,2015 galmaa Barkumeetti gaggeeffamaa.
Agarsisicharratti Dhaabbileen biyyaa keessaa fi alaa…
Baalli Sammuu namaa adoochu Birrii miiliyoona 255tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 39.9tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
Onkololeessa 18…
Dhaabbilee daldalaa eeyyama isaaniin ala hojjetan 19 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Dhaabbilee daldalaa eeyyama kennameefiin ala hojjetan 19 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa…
Baatiiwwan 3 darbanitti Buna, Shaayiifi mi’eessituurraa galii Doolaarri miiliyoonni 428 argamuu…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Baatiiwwan 3 darbanitti Buna, Shaayiifi mi’eessituurraa galii Doolaarri miiliyoonni dhibbi 4fi miiliyoonni 28 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaafi…
Torbeen Faashinaa Afrikaa 8ffaan magaalaa Finfinneetti jalqabame
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Agarsiifni Faashinaa Boorsaaring Afrikaa 8ffaan magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaayilaayitti jalqabame.
Agarsiisichaan oomishtoonni idil addunyaa…
Fooramiin daldalaa Ityoo-Ingiliz magaalaa Landanitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Fooramiin daldalaa Ityoo-Ingiliz 4ffaan magaalaa Landan Embaasii Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jira.
Fooramichi Ministeera Daldalaafi Walitti…
Kurmaana 1ffaa darbetti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.7tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Kurmaana 1ffaa darbetti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.7tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
Komishinii…
Magaalaa Finfinneetti argisiisni daldalaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC)- Argisiisni daldala omishtummaa biyyoota idil addunyaa 30 kan hirmaatan Magaalaa Finfinneetti Onkololeessa 25-28 ,2015 ni gaggeeffama.
Yaa’ii 8ffaa…
Obbo Malaakuu Allebal fi Ambaasaaddarri chaayinaa indaastiriiwwan daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhi’oo Zhaa’oon indaastiriiwwan Chaayina damee…
Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa abbootii kalaqaa haaraa deeggaruuf Birrii biiliyoona 4 ramaduu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa abbootii kalaqaa haaraa deeggaruuf Birrii biiliyoona 4 ramaduu ibseera.
Baankichi abbootii kalaqaa haaraa deeggaruufi…