Browsing Category
Biiznasii
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 130’tti shallagaman to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 30tti shallagaman to’atamuu ibsame.
Torban darbe hordoffii taasifameen…
Kurmaana jalqabaatti galiin Birrii biiliyoonni 93 ol walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Bara baajataa kana kurmaana jalqabaatti galiin Birrii biiliyoonni 93 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.
Bara kana kurmaana…
Avokaadoo toonii 300 alatti erguuf karoorfamee – BQO
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Avokaadoo toonii 300 alatti erguuf karoorfamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.
Omishni avokaadoo wabii nyaataa mirkaneessuurra darbee madda…
Lakkoofsonni Herreega Baankii yakka daddabarsa Maallaqa seeraan alaa waliin hariiroo qabaachuun…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Lakkoofsonni Herreega Baankii yakka daddabarsa Maallaqa seeraan alaa waliin hariiroo qabaachuun shakkaman 600 ol dhorkamuu Tajaajilli Nageenya…
Magaalichatti dhaabbilee daldalaa kuma 18 olirratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti baatiiwwan 3 darbanitti dhaabbilee daldalaa qaala’iinsi gatii akka hammaatuufi seera daldalaa biroo cabsan kuma 18 olirratti…
Magaalichatti baatiiwwan 3 darbanitti tajaajila mana qopheessaarraa galii Birrii miiliyoonni 888 ol…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Irreecha Hora Ayeetuu/ Hora Amboo waggoota dhibba tokkoo fi shantamaa oliif addaan citee ture yeroo jalqabaatiif guyyaa har’aa kabajameera.…
Baankichi gatii dadhabbii eeruu seeraan alummaa daddabarsa maallaqaa akka kaffalu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa hawaasa eeruu seeraan alummaa daddabarsa maallaqaa kenneef qajeelfama gatii dadhabbii kaffaluuf dandeessisu ifoomse.…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Maamiltoota baatiiwwan 9f walitti aansuun qusataniif carraa badhaasaa…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa sirna carraa baasuu badhaafamtoota sagantaa Qusannaa badhaasuun jajjabeeffamu marsaa 1ffaa gaggeesseera.
Namoonni…
Simmintoon seeraan ala daddabarfamaa ture kuntaallii kumni 22 ol to’atame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Qajeelfama gurgutaa Simmintoo hojiirra oolaa jiruun ala Simmintoon karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture kuntaallii kumni 22 ol to’atamuu ibsameera.…
Oromiyaatti muduraaleerraa Doolaara kuma 500 argamsiisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti baranaa Kuduraalee fi muduraalee gabaa biyya alaafa dhiyeessuun galii Doolaara kuma 500 argamsiisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon…