Browsing Category
Biiznasii
Baankichi baatiwwan 12 darban tajaajila Baankii Diijitaalaan Maallaqa Tiriiliyoona 1.9 waljijjiirraa…
Finfinnee, Mudde 18, 2015 (FBC) - Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa baatiwwan 12 darban tajaajila Baankii Diijitaalaan MaallaqaTiriiliyoona 1.9 waljijjiirraa taasiisuu beeksiseera.
Tajaajila…
Baankiin Daldaala Ityoophiyaa magaalaa Adwaaattii tajaajila kennu eegalu beeksise
Finfinnee, Mudde 18 , 2015 (FBC)- Baankiin Daldaala Ityoophiyaa magaalaa Adwaaattii guyyaa har’a tajaajila kennuu eegaluu beeksiseera.
Baankichi waliigaltee nageenyaa mootummaa fi ABUT…
Baankichi tajaajilaa dhalaarraa bilisaan bu’aa Birrii biiliyoona 1 ol argachu beeksise
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajilaa dhalaarraa bilisaa qofarraa bu’aa Birrii biiliyoona 1 olii argachu beeksise.
Baankichi bara farnjootaa 2021/22tti…
Simmintoon gabaa bilisaan akka gurguramu murtaa’e
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)-Omishni simmintoo gabaa bilisaan akka gurguramu murtaa’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa ibse.
Ministir Deetaan Ministeerichaa Obbo…
Baankiin Gadaa hojii eegale
Finfinnee,Mudde ,13,2015 (FBC)- Baankiin Gadaa ifatti hojii eegaluun ibsameera.
Baankichi Birrii miiliyoona dhibbaa 552 Abboottii Aksiyoonaarra walitti qabeen kaappitaala Birrii…
Baatiiwwan 5 darbanitti oomisha bunaarraa galii Doolaarri miiliyoonni 615 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Mudde 11, 2015(FBC)- Baatiiwwan shanan darbanitti oomisha bunaa gabaa alaaf dhiyaaterraa galii Doolaarri miiliyoonni 615 ol argamuu Abbaan Taayitaa Bunaafi Shayii Ityoophiyaa…
Baankileen garaagaraa naannoo Tigraayitti tajaajila laachuu eegalan
Finfinnee, Mudde 11, 2015 (FBC) – Baankileen garaagaraa naannoo Tigraayitti tajaajila laachuu eegaluu isaanii ibsame.
Baankiin Intarnaashinaalii Anbassaa naannoo Tigraay iddoolee tokko…
Buufatichi guyyaatti konkolaattota fe’umsaa 150 ol keessummeessaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 11, 2015(FBC)- Buufanni gogaa Naannawaa Daldala Bilisaa Dirree Dawaa guyyaatti konkolaattota fe’umsaa 150 ol keessummeessaa jiraachuu Tajaajilli Geejjiba Galaanarraafi…
Baankichi Eejansii Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa waliin waliigaltee hojii mallatteesse
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Eejansii Babal’ina Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa waliin waliigaltee hojii mallatteesseera.
Akkaataa qonnaan bulaan bittaa…
Baatiiwwan shanan darbanitti oomisha fooniirraa galii Doolaarri miiliyoonni 41 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Mudde 10, 2015(FBC)- Baatiiwwan shanan darbanitti oomisha foonii gabaa alaaf dhiyaaterraa galii Doolaarri miiliyoonni 41 ol argamuu Abbaan Taayitaa Misooma Qonnaa Ityoophiyaa…