Browsing Category
Biiznasii
Ministeerri Albuudaa waliigatee Dhaabbata ‘Poolii GCL’ jedhamu waliin qabu adda kute
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) - Ministeerri Albuudaa Waliigaltee Dhaabbata 'Poolii GCL' jedhamu hojii gaazii uumamaa barbaaduurratti bobbba’e waliin qabu adda kutuu beeksiise.…
‘Kaappitaal Yuunaayitid Giruuppi’ misoomaa fi barbaacha gaazii umamaarratti bobba’uuf fedhii…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – ‘Kaappitaal Yuunaayitid Giruuppi’ misoomaa fi barbaacha gaazii umamaarratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibse.
Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar…
Giddugalli ragaalee Doolaara miiliyoona 130 ijaarame hojii eegale
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Paarkii Teeknooloojii Quunnamtiif Odeeffaannoo keessatti Doolaara miiliyoona 130’n ijaarame Giddugalli ragaalee “Red Fox Solution” har’a tajaajila kennuu…
Qorichaaleen yeroon tajaajilaa irra darbee fi meeshaaleen Kontiroobaandii biroo to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC) –Qorichaaleen yeroon tajaajilaa irra darbee fi meeshaaleen Kontiroobaandii biroo Birrii miiliyoona 25 olitti tilmaamaman to'atamuu Komishiniin Gumurukaa…
Fooyyessi taaksii konkolaattota elektirikaa taasifame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Invastimantii fi fichiisisa Konkolaattota elektirikii jajjabeessuu akkasumaas hawaasa fayyadamtoota taasisuuf fooyyessa taaksii hojiirra oolchuu Ministeerri…
Saafaariikoom fi Koorporeeshiniin Paarkiiwwanii invastimantii Doolaara miiliyoona 60 mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Ityoophiyaa fi Saafaariikom Ityoophiyaan, Paarkii Teeknooloojii fi Quunnaamtii Odeeffannoo keessatti hojii…
Tilmaamni gatii simmiintoo haaraan ba’e
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Qaala’iinsa gatii simmiintoo ittisuuf tilmaamni gatii oomisha simmintoo haaraan ba’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksise.…
Naannoo Somaaleetti Konkolaattoonni kumni 4 ol deeggarsa Boba’aa fayyadamuuf galmaa’an
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti Konkolaattoonni kumni 4 ol deeggarsa Boba’aa fayyadamuuf galmaa’uu Biiroon Daldalaa fi Geejjibaa naannichaa beeksiiseera.…
Bara baajatichaatti oomisha warqeerraa galii Doolaarri miiliyoonni 560 ol argameera- MA
Finfinnee, Qaammee 2, 2014(FBC)- Bara baajataa 2014tti oomisha warqeerraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 5 fi miiliyoonni 60 argamuu Ministeerri Albuudaa ibse.
Ministeera Albuudaatti…
Ayyaanaaf dhiyeessiiwwan barbaachisaan hawaasaaf dhiyaachaa jiru-Biiroo Daldalaa Finfinnee
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Magaalaan Finfinnee Ayyaanaa walqabatee qaala’aiinsi gatii akka hinmudanneef meehshaalee bu’uuraa nyaataa murtaa’an hawaasaaf dhiyaachaa jiraachuu Biiroon…