Browsing Category
Biiznasii
Birriin seeraan ala garee ABUT darbuuf ture miiliyoonni 1.2 to’atame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Birriin karaa seeraan alaa Finfinnee ka'uun naannoo Tigiraay seenuuf ture miiliyoonni 1.2 eeruu ummataan to'atame.
Maallaqichi shakkamaa lammii alaa…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 8tti shallagamu to’atamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014(FBC)- Meeshaaleen konrtiroobaandii Birrii miiliyoona 8tti tilmaamamu to’atamuu Waajjirri Komishinii Gumuruukaa Damee Hawaasaa ibseera.
Meeshaaleen kunneen…
Naannichi bara darbe Abbootii Qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 178 ol galmeessaniif eeyyama…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaa bara baajataa xumurame Abbootii Qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 178 ol galmeessaniif eeyyama Invastimantii kennuu sadarkaa…
“Baazaariin Nyaataa fi tuuriizimii Halaal” Wiixata dhufu akka eegaluu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) –Baazaariin Nyaataa fi tuuriizimii “Halaal” Wiixata dhufurraa eegalee akka gaggeeffamu ibsame.
Baazaarichi qaama sagantaa imala gara biyyaa “Iidii…
Oodiitii Taaksiiin Birrii biiliyoona 52.34 hannarraa baraaruun danda’ame
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Bara baajataa xumurame Oodiitii Taaksiin Birrii biiliyoona 52.34 hannarraa baraaruun danda’amuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.…
Daldalaa waliin dhahuu fi Kontiroobaandiin maallaqni mootummaan dhabuuf ture Birrii biiliyoonni 50.6…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) - Daldalaa waliin dhahuu fi Kontiroobaandiin maallaqa mootummaan dhabuuf ture Birrii biiliyoonni 50.6 ol baraaruun danda'amuu Ministeerri Galiiwwanii…
Baankiin Siinqee bara bajataa 2014’tti Birrii miiliyoona 555 ol bu’aa arachuu beeksiise
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Baankiin Siinqee raawwii hojii bara 2014 fi karoora bara 2015 irratti magaalaa Adaamaatti qooda fudhattoota waliin mari'achaa jira.
Baankiin Siinqee…
Baatii Hagayyaa keessa Gatiin Boba’aa haaluma baatii Adoolessaan kan itti fufu ta’uu…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014 (FBC) – Baatii Hagayyaa keessa Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba'aa haaluma baatii Adoolessaan kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Galii Waloorraa Birrii biiliyoonni 34.6 naannoleef qoodame
Finfinnee, Adoolessa 22, 2014 (FBC) – Galii Waloorraa Birrii biiliyoonni 34.6 naannoleef qoodamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
Galii Waloo Mootummaa Federaalaa fi…
Ityoo Teelekoom 2014’tti galii Birrii biiliyoona 61.3 argate
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Ityoo Teelekoom bara baajataa xumurame 2014’tti galii Birrii biiliyoona 61.3 argachuu beeksise.
Hoji Gaggeessituun Ityoo Teelekoom Firehiiwoot…