Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa kurmaana jalqabaatti Birrii biiliyoona 3.5 liqii kenne
Finfinnee, Onkololeessa18, 2015 (FBC)- Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa kurmaana jalqabaa bara 2015tti Birrii biiliyoona 3.5 liqii kennuu beeksise.
Pireezidaantiin Baankichaa Dooktara…
Injinar Taakkalaa Uumaan Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) –Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaan Ityoophiyaatti Ambasaaddara Saa’ud Arabiyaa Fahaad Alhumaayidaanii waliin carralee…
Baankiin Daldalaa Keeniyaa Ityoophiyaatti damee faayinaansiirratti bobba’uuf fedhii qabu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan damee faayinaansii abbootii qabeenyaa alaaf banaa taasisuu hordofee Baankiin Daldalaa Keeniyaa biyyattiitti damee faayinaansiirratti…
Gabaan Oomishaa Ityoophiyaa qamadii walbichisiisuu eegaluufi
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2015 (FBC)- Gabaan Oomisha Ityoophiyaa barana oomisha qamadii sirna gabaa ammayyaan walbichisiisuu eegaluuf qophaa’uu beeksise.
Hoji Gaggeessan Koorporeet…
Bara baajataa kana Daldala Midhaan Zayitaarraa Galii Doolaaraa miiliyoona 300 ol argachuuf hojjetama…
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Bara baajataa kana Daldala Midhaan Zayitaarraa Galii Doolaaraa miiliyoona 300 ol argachuuf hojjetama jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Magaalaa Bahir Daaritti waltajjiin sosochii misooma Invastimantii Albuudaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2015 (FBC) –Naannoo Amaaraa magaalaa Bahir Daaritti Waltajjiin sosochii misooma Invastimeentii Albuudaa gaggeeffamaa jira.
Waltajjii kanarratti Ministirri…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 130’tti shallagaman to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 30tti shallagaman to’atamuu ibsame.
Torban darbe hordoffii taasifameen…
Kurmaana jalqabaatti galiin Birrii biiliyoonni 93 ol walitti qabame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Bara baajataa kana kurmaana jalqabaatti galiin Birrii biiliyoonni 93 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.
Bara kana kurmaana…
Avokaadoo toonii 300 alatti erguuf karoorfamee – BQO
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Avokaadoo toonii 300 alatti erguuf karoorfamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.
Omishni avokaadoo wabii nyaataa mirkaneessuurra darbee madda…
Lakkoofsonni Herreega Baankii yakka daddabarsa Maallaqa seeraan alaa waliin hariiroo qabaachuun…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Lakkoofsonni Herreega Baankii yakka daddabarsa Maallaqa seeraan alaa waliin hariiroo qabaachuun shakkaman 600 ol dhorkamuu Tajaajilli Nageenya…