Browsing Category
Biiznasii
Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa bara 2014’tti Birri biiliyoona 27.5 buufachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa bara 2014tti Birri biiliyoona 27.5 buufachuu isaa beeksiseera.
Baankichi raawwii hojii 2014 fi karoora 2015 guyyoota…
IMF raaga guddina diinagdee addunyaa %3.2’tti gadi buuse
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa (IMF) raaga guddina diinagdee Addunyaa %3.2’tti gadi buuseera.
Qaala’iinsa gatii addunyaa dabalatee weerara vaayiraasii…
Qaamolee qajeelfamaa gurgurtaa fi raabsa Simmintoo hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfiin ni…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa qaamolee qajeelfamaa gurgurtaa fi raabsa Simmintoo hojiirra hin oolchinerratti…
Fooyya’iinsi Diinagdee biyya keessaa qormaatilee dandamachuun bu’aa galmeessuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Fooyya’iinsi Diinagdee biyya keessaa qormaatilee muudatan dandamachuun bu’aa galmeessuu ibsameera.
Mootummaan qormaatilee weerara…
Bara baajataa 2015tti oomisha bunaarraa galii Doolaara biiliyoona 1.5 argamsiisuuf karoorfamuu…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Abbaan Taayitaa Bunaafi Shaayee Ityoophiyaa bara baajataa 2015tti oomisha bunaarraa galii Doolaara biiliyoona 1.5 argamsiisuuf karoorfamuu beeksise.…
Daldala Alergiin ergitoota galii Doolaara miiliyoona 25 ol argamsiisaniif beekkamtiin kenname
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Daldala Alergiin ergitoota galii Doolaara miiliyoona 25 ol argamsiisaniif beekkamtii kenneera.…
Bara dhufu daldala alaarraa Doolaara biiliyoona 5 argamsiisuuf karoorfamuu ministeerichi beeksise
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Bara 2015 daldala alaarraa Doolaara biiliyoona 5 argamsiisuuf karoorfamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiseera.…
Magaalichatti hojiin qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuu cimee itti fufa jedhame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014(FBC)- Magaalaa Finfinneetti hojiin qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf hojjetamu cimee kan itti fufu ta’uu ibsameera.
Ittaanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Bara 2014 humna elektirikii gurgurtaan Jibuutii fi Sudaaniif dhiyaaterraa galiin Doolaara miiliyoona…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Bara 2014 humna elektirikii Jibuutii fi Sudaaniif gurgurtaan dhiyaaterraa Doolaarri miiliyoona 95 ol galiin argamuu tajaajillii elektirikii Ityoophiyaa…
Bara baajatichaatti galiin Birrii biiliyoonni 336 walitti qabame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) - Ministeerri Galiiwwanii bara baajataa 2014tti Birrii biiliyoona 336 ol galii walitti qabuu beeksiseera.
Ministirri Ministeerichaa Obbo Laaqee…