Browsing Category
Biiznasii
Torbeen Faashinaa Afrikaa 8ffaan magaalaa Finfinneetti jalqabame
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Agarsiifni Faashinaa Boorsaaring Afrikaa 8ffaan magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaayilaayitti jalqabame.
Agarsiisichaan oomishtoonni idil addunyaa…
Fooramiin daldalaa Ityoo-Ingiliz magaalaa Landanitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Fooramiin daldalaa Ityoo-Ingiliz 4ffaan magaalaa Landan Embaasii Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jira.
Fooramichi Ministeera Daldalaafi Walitti…
Kurmaana 1ffaa darbetti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.7tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC) – Kurmaana 1ffaa darbetti Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 2.7tti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksiise.
Komishinii…
Magaalaa Finfinneetti argisiisni daldalaa gaggeeffamuufi
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC)- Argisiisni daldala omishtummaa biyyoota idil addunyaa 30 kan hirmaatan Magaalaa Finfinneetti Onkololeessa 25-28 ,2015 ni gaggeeffama.
Yaa’ii 8ffaa…
Obbo Malaakuu Allebal fi Ambaasaaddarri chaayinaa indaastiriiwwan daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhi’oo Zhaa’oon indaastiriiwwan Chaayina damee…
Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa abbootii kalaqaa haaraa deeggaruuf Birrii biiliyoona 4 ramaduu ibse
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa abbootii kalaqaa haaraa deeggaruuf Birrii biiliyoona 4 ramaduu ibseera.
Baankichi abbootii kalaqaa haaraa deeggaruufi…
Kurmaana jalqabaa baranaan daldala alaarraa galiin Doolaarri miiliyoona 959 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)- Kurmaana jalqabaa bara kanaan daldala alaarraa galiin Doolaarri miiliyoona 959 fi kuma 780 argamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Yuuniyeenichi Gamoo giddu gala Gabaa Birrii miiliyoona 100 oliin ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Yuuniyeeniin Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Sikkoo Maandoo Gamoo Giddu gala Gabaa Magaalaa Roobeetti Birrii miiliyoona 100 oliin ijaarsise…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 195 olitti shallagaman to’ataman
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015(FBC)- Hordoffii Komishiniin Gumruukaa Onkololeessa 11-17, 2015tti taasiseen meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 95 olitti…
Galteewwaan dhiyeessii meeshaalee bu’uuraa guddisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Galteewwaan dhiyeessii meeshaalee bu'uuraa guddisuuf abboottiin qabeenyaa damicharratti akka bobba'an hojjetamaa jiraachuu naannooleen Oromiyaa fi…