Wiirtuun Barnootaa fi Odeeffannoo Kalaqa Fayyaa Diijjiitaalaa ebbifame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2012 (FBC) – Wiirtuun Barnootaa fi Odeeffannoo Kalaqa Fayyaa Diijjiitaalaa Hoospitaala Speeshaalaayizdii Q/Pheexroositti hojjetame ebbifame.
Sirna…
Ameerikaan meeshaalee hargansuu (Veentileetara) 250 Ityoophiyaaf laatte
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Mootummaan Ameerikaa Ityoophiyaan weerara COVID- 19 ittisuuf tattaaffi taasiftu tumsuuf deeggarsa meeshaalee hargansuu (veentileetara meekaniikaal) 250…
Haadholin vaayrasii koroonaan yoo qabamaniyyu daa’imasaanii harma hoosisuu qabu- DhFA
Finfinnee, Adooleessa 28, 2012 (FBC) –Daa’imman haaraa dhalataan harma hoosisuun faayidaa argamuurra sodaa dhibee COVID-19 fiduurra caalmaattii oolaanaa waan ta’ee haadholiin vaayrasii…
Oromiyaatti vaayrasii koroonaatin lubbuun namoota 2 yoo darbu, 81 vaayrasichaan qabamaniiru
Finfinnee, Adoolessa 27, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti vaayrasii koroonaatin lubbuun namoota 2 yoo darbu, 81 vaayrasichaan qabamaniiru.
Oromiyaatti gabaasa qorannaa…
Weerarri vaayrasii koroonaa daa’imman harma hoosisuu hin dhorku
Finfinnee, Adoolessa 24, 2012 (FBC) - Weerarri vaayrasii koroonaa haadholiin daa’imman isaanii harma hoosisuurraa kan hin dhorkine ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Guyyaan…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii miiliyoona 17 ol darbe
Finfinnee, Adoolessa 23, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 17 ol darbeera.
Chaayinaa magaalaa Wuhaan keessaatti erga muul’atee…
Babal’inni dhibee heeppiitaaytas bal’aa ta’uu isaatin ummanni of eeggannaa…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) - Babal'inni dhibee heeppiitaaytas (dhibee tiruu) bal'aa ta'uu isaatin ummanni of eeggannaa taasisu cimsuu qaba jedhe Ministeerri Fayyaa FDRI.…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa du’aatiin dhibee Busaan galmaa’uu dachaan dabalu danda’aa jedhe
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) bara kan sababa weerara vaayraasii koroonaattin du’aatiin dhibee Busaan galmaa’uu dachaan dabalu danda’aa jedhe…
Dandeettii ogummaa ogeeyyii fayyaa cimsuuf leenjiin itti fufiinsa qabu bifa haaraan kennamuu…
Finfinnee,Adoolessa 8, 2012 (FBC) – Dandeettii ogummaa ogeeyyii fayyaa cimsuuf leenjiin itti fufiinsa qabu bifa haaraan kennamuu eegaluufi jedhame.
Bara dhufu jalqabaa eegalee…
Ogeeyyiin fayyaa hawaasni of dagannaa akka dhaabu yaadachiisan
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Ogeeyyiin fayyaa hawaasni of dagannaa akka dhaabu yaadachiisan.
Ogeeyyiin fayyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti bobba’an hawaasni of dagannaa…