Galmi Barkumee wallaansa addaaf akka oolu qaamolee tumsa taasisaniif beekamtiin laatame
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Galmi Barkumee wallaansa addaa vaayrasii koroonaaf akka oolu qaamolee tumsa taasisaniif beekamtiin laatame.
Sagantaan beekamtii laachuu kun kaleessa…
Duulli talaallii gifiraa boorurraa kaaset laatama
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC0- Duulli talaallii gifiraa daa’imman umriin isaanii baatii 9 hanga waggaa 5 ta'aniif boorurraa kaasee kan laatamu ta'uu Biiroon Fayyaa Finfinnee beeksise.…
Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti muuxannooshee qoodde
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuurratti muuxannoo qabdu biyyoota miseensa Dhaabbata Fayyaa Addunyaatif qoodde.
Ityoophiyaan…
Tamsa’inni vaayrasii koroonaa ariitiin dabalaa jira
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Tamsa’inni vaayrasii koroonaa ariitiin dabalaa jira.
Giddugalaa fi kibba Ameerikaatti tamsa’inni vaayrasii koroonaa kan amma irra jirurra cimaa akka…
Sakattoon qorannaa aantiiboodii COVID -19 gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Har'a Waxabajjii 15 hanga Adoolessa 7,2012tti sakattoon qorannaa aantiiboodii COVID -19 ni gaggeeffama.
Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa…
Oromiyaatti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 221 ga’e
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Oromiyaatti gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 6 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa Oromiyaa beeksise.
…
Ityoophiyaatti daawaan Deeksaameetaasan hojiirra akka oolu murtaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayya FDRI daawwa dhibee Covid -19 Deeksaameetaasani gabaasa qorannoo Ingiliziitti gaggeeffame gadi fageenyaa ilaaluun tajaajilaaf akka…
Golgamuun aduu agartuurratti miidhaa qaba –Ogeessa Fayyaa
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Golgaa/ haguuggiin aduu ijarratti miidhaa ni qaqqabsiisa.
Ityoophiyaatti baatii Waxabajjii 14, 2012 (Dilbata) golgamuu aduu muul’atuun walqabsiisee…
Ityoophiyaan dawaa Deeksaameetaasan irratti qorannaa dabalataa taasisaa jirti
Finfinnee,Waxabajjii 11, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan dawaa Deeksaameetaasan irratti qorannaa fi yaadolii gorsaa dabalataa taasisaa jiraachuu beeksiste.
Dawichi namoota vaayrasii…
Meeshaan laabraatoorii vaayrasii koroonaa Mattuutti hojii eegale
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Meeshaan qorannaa laabraatoorii vaayrasii koroonaa har'a magaalaa Mattuutti hojii eegale.
Bulchaan godina Iluu Abbaa Booraa Injiinar Girmaa Raggaasaa…