Ministeerri Fayyaa fi Itiyoo Teelekoom damee fayyaa dijitaalessuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Ministeerri Fayyaa fi Itiyoo Teelekoom damee fayyaa dijitaalessuun ammayyeessuuf waliigalaniiru.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa fi…
IGAD Hospitaala Waliigalaa Negeellee Booranaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Hospitaala Waliigalaa Negeellee Booranaaf deeggarsa meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 20’tti…
Ulfi Gadameessaan Alaa maali?
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Ulfa Gadameessaan alaa jechuun ulfa keessoo gadameessan alatti uumamu ta’uu Ogeeyyiin fayyaa ni ibsu.
Akkasumas gadameessaan alaa yeroo hanqaaquun wal…
Magaalaa Shaggaritti hirmaannaa abbootii qabeenyaan keellaan fayyaa ijaarame eebbifame
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Hirmaannaa abbootii qabeenyaan keellaan fayyaa ijaarame eebbifameera.
Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti…
Finfinneetti Barbareen tajaajila nyaataaf ooluu hin qabne Kiiloo Giraamni kumni 22 fi 700…
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Barbareen tajaajila nyaataaf ooluu hin qabne gabaaf rabsamaa ture Kiiloo Giraamni kumni 22 fi 700 eeruu ummataan to’atamuun…
Manneen Qorichaa qoricha sadarkaa isaa hineegne dhiheessan 156 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)-Manneen Qorichaa, qoricha Dhibee Busaa sadarkaa isaa hineegne ummataaf dhiheessaa turan 156 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi…
Dhibee Onnee
Finfinnee, Mudde 9, 2017 (FMC) –Dhibeen onnee tasa kan namatti dhufu yoo ta’u, hiddonni dhiiga onneef raabsan tasa wayita cufaman kan mudatudha.
Dhibeen Onnee tasaa kunis wayita…
Manni Marichaa Qorichaa fi galteewwan Wal’aansa Birrii miiliyoona 800 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)-Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa qorichaalee fi galteewwan wal’aansaf oolan Birrii miiliyoona 800 olitti tilmaamamu Hospitaaloota shaniif…
Talaalliin Pooliyoo Marsaa 2ffaan Finfinneetti kennamuu eegale
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Duulli talaallii Pooliyoo Marsaa 2ffaan Finfinneetti kennamuu eegaleera.
Duulli talaallichaas har’arraa eegalee hanga Mudde 6, 2017’tti manaa-manatti,…
Guyyaan HIV Shaashamanneetti kabajame
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC)- Guyyaan HIV AIDS Sadarkaa Oromiyaatti Mata duree "Tajaajila HIV/AIDS Kabaja lammiilee giddugaleeffate lammiilee hundaaf" jedhuun Magaalaa Shaashamaneetti…