Ambulaansiiwwan tajaajila wal’aansa da’umsaaf oolan 370 naannoleef kennaman
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Ministeerri Fayyaa Ambulaansiiwwan tajaajilaa wal'aansa tasaa fi da’umsaaf oolan 370 naannoleef gumaache.
Ministirri Ministeerichaa Dooktar Maqdas…
Biirichi Tajaajila dhaabbilee fayyaa keessatti kennamu hunda Teeknooloojiin deeggaruuf hojjechaa…
Finfinnee, Muddee 23, 2017 (FMC) –Biiroon Fayyaa Oromiyaa tajaajila dhaabbilee fayyaa keessatti kennamu hunda teeknooloojiin deeggaruuf hojjechaa jiraachuu ibseera.
Biirichi kenniinsa…
Waa’ee Utaalloo Tibbanaa
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Dhibeen utaalloo uumamaan kutaalee hargansuu kanneen akka funyaan, qoonqoo fi ujummoo qilleensaa kan miidhuu fi dhibee namarraa namatti daddarbuudha.…
Labsichi bulchiinsa tajaajila fayyaa sadarkaa caalutti ceesisa-Dooktar Maqidas Dhaabaa
Finfinnee, Mudde 22, 2017 (FMC)- Labsiin To’annoo Fi Bulchiinsa Tajaajila Fayyaa, bulchiinsa tajaajila fayyaa sadarkaa caalutti kan ceesisu ta’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqidas…
Finfinneetti Duulli Talaallii ittisa Kaansarii Fiixee Gadameessaa kennamu eegale
Finfinnee, Mudde 21, 2017 (FMC) – Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee duula talaallii ittisa kaansarii Fiixee gadameessaa ifatti eegalchiiseera.
Saganticharratti Hogganaan Biiroo…
Waggoottaan sadan darban qofa dhaabbileen Fayyaa 700 ol ijaaramuu ibsame
Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa akkaatuma waadaa ummataaf galeen Waggoottaan sadan darban qofa dhaabbileen Fayyaa 700 ol ijaaramuu Ministir Deetaan Ministeera Fayyaa…
Finfinneetti talaalliin ittisa dhibee Kaansarii Fiixee Gadameessaa boruu eegalee duulan kennama
Finfinnee, Mudde 20, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti talaalliin ittisa dhibee Kaansarii Fiixee Gadameessaa boruu eegalee duulan kan kennamu ta'uu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.…
Ministeerri Fayyaa fi Itiyoo Teelekoom damee fayyaa dijitaalessuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 19, 2017 (FMC)- Ministeerri Fayyaa fi Itiyoo Teelekoom damee fayyaa dijitaalessuun ammayyeessuuf waliigalaniiru.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa fi…
IGAD Hospitaala Waliigalaa Negeellee Booranaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC)- Dhaabbanni Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Hospitaala Waliigalaa Negeellee Booranaaf deeggarsa meeshaalee wal’aansaa Birrii miiliyoona 20’tti…
Ulfi Gadameessaan Alaa maali?
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Ulfa Gadameessaan alaa jechuun ulfa keessoo gadameessan alatti uumamu ta’uu Ogeeyyiin fayyaa ni ibsu.
Akkasumas gadameessaan alaa yeroo hanqaaquun wal…