Irreecharratti fayyaa hawaasaa eeguuf qophiin barbaachisaan taasifamuun ibsame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC)- Irreecha Fulbaana 25 fi 26, 2017 kabajamu ilaalchisee fayyaa hawaasaa ayyaanicharratti hirmaatu eegsisuuf qophiin taasifamuun ibsame.…
Miidhaa dhibeewwan qorichaan walbaran hordofsiisan hir’isuuf walta’iinsa idil addunyaa akka gaafatu…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2017 (FBC)- Miidhaa dhibeewwan qorichaan walbaran hordofsiisan hir’isuuf walta’iinsa Idil Addunyaa akka gaafatu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministirri…
Qorichi dhibee Busaa ‘Artimeter’ jedhamu dhorkame
Finfinnee,Fulbaana 18,2017 (FBC)_Qorichi dhibee Busaa ‘Artimeter’ jedhamu lilmoon kennamu hojiiraa akka hin oolle dhorkameera.
Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa,…
Itiyoophiyaan ittisaa fi to’anno dhibeewwan daddarboo hintaanerratti bu’aa galmeessisteef beekkamtii…
Finfinnee, Fulbaana 16, 2017(FBC)- Itiyoophiyaan ittisaa fi to’anno dhibeewwan daddarboo hintaanerratti bu’aa galmeessisteef Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirra beekkamtii argatte.…
Baankiin Addunyaa tattaaffii Tajaajila fayyaa hawaasa baadiyyaa waliin gahuuf taasifamu kan deeggaru…
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC) – Baankiin Addunyaa tattaaffii Tajaajila fayyaa kutaalee hawaasa baadiyyaa waliin gahuuf taasifamu kan deeggaru ta’uu ibseera.
Hoggantoonni Olaanoon…
Faayidaa Muuziin fayyaa namaaf qabu
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC) –Muuziin kuduraa baay’ee barbaachisu keessaa isa tokkoofi qabiyyee albuuda Pootaasiiyeemii jedhamun beekamuudha.
Muuziin albuudotaa fi Vitaaminoota…
Finfinneetti duulli talaallii dhibee Saree maraattee eegale
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti duulli talaallii dhibee Saree maraattee eegalamuu ibsameera.
Duula kanaan Siroota abbaa hin qabne kuma 16 oliif talaalliin kan…
Sagantaan Itiyoophiyaa qulqulluu fi Ashaaraa Magariisaa lammiilee fayyaa qabeessa horachuuf qooda…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2017 (FBC) – Sagantaan Itiyoophiyaa qulqulluu fi Ashaaraa Magariisaa lammiilee fayyaa qabeessa horachuuf qooda olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar…
Keellaa fi Buufata Fayyaa babal’isuuf hojjetamaa jira – Biiroo Fayyaa Oromiyaa
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) – Tajaajilaa fayyaa dhaqqabama taasisuuf Keellaa fi Buufata Fayyaa babal'isuuf hojjetamaa jiraachuu Hogganaa Itti Aanaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dooktar…
Yaa’iin dargaggootaa fi guddatootaa 5ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)-Yaa’iin dargaggootaa fi guddatootaa 5ffaan galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree “Sirna fayyaa dhaqqabummaa fi…