Naannichatti Talaalliin Pooliyoo Marsaa 2ffaan kennamuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 27, 2017 (FMC) –Naannoo Gaambeellaatti duulli talaallii Pooliyoo marsaa 2ffaan kennamuu eegaleera.
Saganticharratti Hogganaa Biiroo Fayyaa naannichaa Dookar Abel Asfaa…
Torbeen Dhabamsiisa Busaa Magalaa Naqamteetti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Torbeen Dhabamsiisa Busaa qopheessummaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa fi Waajjira Fayyaa Godina Wallaggaa Bahaan Magalaa Naqamteetti kabajamaa jira.
Hoggantuu…
Dooktar Maqdas Dhaabaan jila Ambaasaaddara Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan jila Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Aleexsiis Laameekiin durfamu waliin dhimmoota damee…
Itiyoophiyaan bara 2030tti facaatii HIV dhabamsiisuuf hojjetaa jirti – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan bara 2030tti facaatii HIV dhabamsiisuuf hojjetaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Bara 2027tti hamma nama dhibichaan qabamanii fi…
Weerara dhibee busaa ittisuuf qaamni hunduu akka tumsu waamichi dhiyaate
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Weerara dhibee busaa ittisuuf qaamni hunduu akka tumsu Biiroon Fayyaa Oromiyaa waamicha dhiyeesse.
Hoggantuun Biirichaa Pirofeesar Natsaannat Warquu…
Dandeettii oomishuu oomishtoota qorichaa biyya keessaa %40’n ga’uuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Bara baajataa kanatti dandeettii oomishuu oomishtoota qorichaa biyya keessaa %40’n ga’uuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Tajaajilli…
Qoricha “RELIEF” jedhamu hawaasni akka hinfayyadamne akeekkachiifame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC)- Qoricha seeraan alaa “RELIEF” jedhamu fayyadamuurraa hawaasni akka of qusatu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa akeekkachiise.
Abbaan…
Baankiin Addunyaa tumsa damee fayyaaf taasisu akka cimsu gaafatame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan, Itiyoophiyaatti Daayrektara Baankii Addunyaa Miiriiyaam Saaliim waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Kaansarii fiixee gadameessaa
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Kaansariin Fiixee Gadameessaa Vaayirasii ijaan hin mul’anne ‘Humna Papilloma virus’ jedhamuun kan dhufuudha.
Dhibee kun lubbuu dubartootaa gaaga’uun…
Naannoo Oromiyaatti dhibee busaa ittisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti tattamsa’ina dhibee busaa ittisuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Fayyaa naannichaa beeksise.…