Dooktar Maqdas duula talaallii Ittisa Dhibee Kaansarii fiixee Gadameessaa eegalchiisan
Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan duula talaallii Ittisa Dhibee Kaansarii fiixee Gadameessaa sadarkaa biyyaalessaatti kennamu…
Giddugala Wal’aansaa Yuunivarsiitii Jimmaatti kutaan wal’ansa lafee tajaajila eegale
Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC)- Giddugala Wal’aansaa Yuunivarsiitii Jimmaa kutaan tajaajila baqaqsanii wal’anuu lafee fi buusaalee tajaajila eegale.
Kutichi tajaajila eegaluun lammiilee…
Daa’imman guddattoota sababa dhibee Daranyoo Sombaan du’aa turan % 67 hir’isuun…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) –Hojii Dhibee Daranyoo Sombaa Ittisuu hojjetameen daa'imman guddattoota sababa dhibichaan du'aa turan % 67 hir'isuun danda'amuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Maashinoota qorannoo dhibee gaggabdoo Hospitaalotaaf kennan
Finfinnee, Sadaasa 3, 2017 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Maashinoota qorannoo dhibee gaggabdoo(EEG) jedhaman Hospitaalootaaf kennaniiru.
Maashinichi dhibee gaggabdoo fi…
Hospitaala Waliigalaa Baatuutti Gadameessa dubartii tokkoo keessaa Xannachi Kiiloo Giraama 5 ulfaatu…
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) – Hospitaala Waliigalaa Baatuutti Gadameessa dubartii tokkoo keessaa yaala baqaqsanii yaaluun Xannachi Kiiloo Giraama 5 ulfaatu bahuu ibsameera.…
Damee Fayyaa sadarkaa fooyya’aarra qaqqabsiisuuf murannoon ni hojjenna – Dookta Maqdas…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Bara baajataa 2017 Damee Fayyaa sadarkaa fooyya'aarra qaqqabsiisuuf murannoon ni hojjenna jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa Dookta Maqdas Dhaabaan.…
Yaa’iin 26ffaa Damee Fayyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC)-Yaa’iin 26ffaa Damee Fayyaa Magaalaa Aarbaa Mincitti gaggeeffamuu eegaleera.
yaa’icharratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa…
Ministeerichi Biiroolee Fayyaa Naannoolee fi bulchiinsa Magaalootaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)-Ministeerri Fayyaa Biiroolee Fayyaa Naannoolee,BulchiinsaMagaaloota, Dhaabbiilee Itti waamamtootaa fi Hospitaalootaaf Konkolaattootaa fi deeggarsa…
Itiyoophiyaan qoricha aadaa bu’uureffachuun qoricha garaagaraa omishuuf hojjechaa…
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan qoricha aadaa bu'uureffachuun qoricha garaagaraa biyya keessatti omishuuf hojjechaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sirni…
Baatiwwan sadan darban Agoobarri Miiliyoonni 2.2 raabsamuun ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC)-Baatiwwan sadan darban weerara dhibee Busaa ittisuuf Agoobarri miiliyoonni 2.2 raabsamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Ministeerichi qorichaalee…