Dhibee Busaa ittisuuf dhaabbiilee garaagaraa waliin qindoominaan hojjatamaa jira-Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 15, 2016 (FBC)–Tatamsa’ina dhibee busaa ittisuuf dhaabbiilee garaagaraa waliin qinoominaan hojjatamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Godina Jimmaatti…
Dhaabbiilee Fayyaa miidhaan irraa qaqqabeef deeggarsi taasifame
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) –Dhaabbiilee Fayyaa balaawwan umamaa fi namtolcheen miidhaan irra qaqqabeef kan ooluu deeggarsi meeshaalee wal’aansa fi qorichaalee Birrii miiliyoona 3.4 ol…
Naannawaa dhibeen Busaa mudatetti qorichi Ittisaa miiliyoonni 1.4 ni raabsama – Ministeera
Finfinnee, Hagayya 14, 2016 (FBC) – Naannawaa dhibeen Busaa mudatetti qorichi Ittisaa miiliyoonni 1.4 kan raabsamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Naannawaa walitti bu’iinsi…
Ministeerichi karoorri damee fayyaa akka milkaa’uuf hoggansi murannoon akka hojjetu hubachiise
Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) –bara baajata dhufutti damee fayyaan karoorri qabame akka milkaa’uuf hoggansi sadarkaan jiru murannoon akka hojjetu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar…
Giddugallii Tajaajila wal’aansa Sammuu Hospitaala Yuunivarsiitii Dirre Dhawaa Eebbifame
Finfinnee, Hagayya 10, 2016 (FBC) –Giddugalli Tajaajila Wal’aansa Sammuu Hospitaala Rifeeraalaa fi Barnootaa Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa eebbifameera.
Dhibee sammuu babal'acha jiru…
Dhibeen Maariyyee Jaldeessaa yaaddoo fayyaa idil addunyaa jedhamuun labsame
Finfinnee, Hagayya 9, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Dhibee Maariyyee Jaldeessaa yaaddoo fayyaa idil addunyaa ta’uu labse.
Dhibichi biyyoota Afrikaa garaagaraa keessaatti daraan…
Itiyoophiyaatti hanga ammatti namni dhibee Maariyyee Jaldeessaan qabame hin jiru – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti hanga ammatti namni dhibee Maariyyee Jaldeessaan qabame kan hin jirre ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Akka gabaasni Giddugalli…
Waltajjiin waloo Ministeera Fayyaa fi dhaabbilee waamamtootaa eegalame
Finfinnee, Hagayya 8, 2016 (FBC) – Waltajjiin Waloo Ministeera Fayyaa, Biiroolee Fayyaa Naannolee fi dhaabbilee waamamtootaa Magaalaa Dirre Dhawaatti eegalameera.
Waltajjichi walirraa…
Oromiyaatti danbiin invastimantii fayyaa haaraan hojiirra ooluufi
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti kenna tajaajilaa fayyaa foyya’aa mirkaneessuuf danbiin Invastimantii fayyaa haaraan hojiirra ooluuf ta’uun eerame.
Dimmicha…
Gareen Idil Addunyaa tajaajila yaala bilisaa kennu marsaan jalqabaa Itiyoophiyaa seene
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC) – Gareen Idil Addunyaa Waqtii Gannaa tajaajila yaala fayyaa bilisaa kennu marsaan jalqabaa Itiyoophiyaa seeneera.
Jilichi waayita Buufata Xiyyaaraa Idil…